• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / 2016 / November

Archives November 2016

Oduu Amma Nu Gahe – Sirna Gadaa Gama UNESCO’tti Galmeefame!


0 Comment
 30 Nov 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Sirna Gadaa Gama UNESCO'tti Galmeefame Sirna Gadaa sirna ittiin bulmataa Oromoo ti. Gadaan jaarmayaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta'u sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna ittiin siyaasni, dinagdeenii fi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa...

Guutu dubbisi →
1 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 5


Donald Trump: Qabsoo Oromootif hiree moo balaadha? Jawar Mohammed


1 Comment
 29 Nov 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Donald Trump: Qabsoo Oromootif hiree moo balaadha? Jawar Mohammed irra Donald Trump osoo namuu akka qoosaatti laaluu filannoo pirazidantummaa Ameerikaa moo'atee hogganootaafi hayyoota biyyatti qaanyessee jira. Imaammanniifi tarsimoon bulchiinsa Trump maal ta'a kan jedhu baatii dabre kana mataduree...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 5


Pirofeesa Hizqeel Gabbisaa Hiika Oromummaa Wallaale!


1 Comment
 28 Nov 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Pirofeesa Hizqeel Gabbisaa Hiika Oromummaa Wallaale! Prof. Hizqeel Gabbisaa dhaaf. Barnootni qaroomina dha. Hiyyummaa, doofummaa, gabrummaa fi wallaalummaan barnootaan ykn nama barateen badu. Nama barateetus sabaaf qabsaa'a. Yeroo tokko tokko beekumsaa fi qabeenya barnootan horatan namootni tokko...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 5


“OLF is Beyond Repair” Jawar Mohammed in 2009


4 Comments
 21 Nov 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Failure to Deliver: The Journey of the Oromo Liberation Front in the Last Two Decades By: Jawar Mohammed Several Oromos I have spoken to believe that there is still hope for reforming the OLF. But as I will show next, one needs to assess why past efforts aimed at reforming and changing the organization...

Guutu dubbisi →
13 votes, average: 4.23 out of 513 votes, average: 4.23 out of 513 votes, average: 4.23 out of 513 votes, average: 4.23 out of 513 votes, average: 4.23 out of 5


Xalayaa Daawud Ibsaa Hoggana ABO Dhaaf Barreefame


8 Comments
 20 Nov 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Hoo’aa Hadhooftuu! Ayyaana waggaaf godhadhaa! Jaale Daawud Ibsaa Ayyaanaaf (Hogganaa ABO-SG) Bakka jirtutti nagaan kiyya kabajaa fi jaallumaa durii siif haa tahu! Jaalakoo ganamaa, qabsaawaa Oromoo bara jireenya kee qabsoo irratti dabarsitee lubbuun har’a gahuunkee hedduu nu gammachiisa....

Guutu dubbisi →
6 votes, average: 3.83 out of 56 votes, average: 3.83 out of 56 votes, average: 3.83 out of 56 votes, average: 3.83 out of 56 votes, average: 3.83 out of 5





Copyright Xalayaa © 2015-2017 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa