• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Diraama Dheebuu – Kutaa Haaraa

15 Comments
 31 Dec 2016   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


Diraama Dheebuu

Diraama Dheebuu televishiina Oromiyaa kan isiniif darbuu dha. Diraama Dheebuu guyaa sanbataa sa’ati 8:00WB kan isiniif tamsaa’u yoo ta’u, warri carraa televishiina irratti argachuu hin dandeenye fuula marsariiti keenya, Xalayaa.com irratti argachuu dandeettan.

Barreessaa Diraama Dheebuu: Qalbeessa Magarsaa



subscribeYouTube keenya hordofa!
Sorry, there was a YouTube error.




Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada



15 Comments

Tamerat
7 years ago



Good Job Naa’ol

Gemechu Ahmed
7 years ago



Hojii gaariidha. Jabaadhaa!

Adisu Yadessa
7 years ago



diraamaan dheebu sadarkaa biyyoolessaatti beekamtii guddaa qaba, seenaa dhugaa uummata oromoo keessa jiru ifa baasee ibsa, haala kanaan tora mediatti bahee namoota biyya keessaaf alaaf dhiiyaatee aadaaf dhuudhaa uummata keenyaa kannutti argisiisaa jirudha, anaaf diraamaan kun diraamaa Eelaa waliin tokko, jabaadhaa jajjabee artistoota dacheen oromiyaa biqilchite, nu uummatni oromoo guddina artii keenyaaf wal bukkee dhaabanne haa jajjabeessinuun dhaamsa kooti

Siidaa Obbo. Admaasuu Biraanuu Magaala Finfinneetti Haala Hoo'an Ebbifamee!
7 years ago



[…] ture. Achiimmoo diraamaalee baacoo akka qaanqee fi diraamaa dhiyeenya agarsiisamaa ture  Diraama Dheebuu jedhu keessattis qooda guddaa fudhachuudhaan daawwattoota biratti nama jaal’atama guddaa qabu […]

mame nasir
7 years ago



Jabaadhu Aadaa Sabaa Mul’isi.

Guutama
7 years ago



bareeda

mame nasir
7 years ago



gaariidha jabaadhu

desalegn abera
7 years ago



ani diraama dheebuu kutaa 1ffaa irraa hangaa kutaa 54ti daawonloodi godheen ilaalle kutaa kana hundaayyu of harkaa qaba diraama baayee midhaaga ,barsiisa kan sammuu nama jeequ kan yadoo namati baayisu nama ammanun akka gaari hin tanee fi waan baaye of keessa qaba kutaa 55ffaa nuf lakkiisa maloo

Murad Ahmed
7 years ago



BAYYE GARII DHA

yomilaataa
7 years ago



Baay’ee namatti tola itti cimaa

Fadilu Jamal
7 years ago



Jabaadha

Fadilu Jamal
7 years ago



Jabaadha!…

MITIKU MOTUMA
6 years ago



Diraamaa an baay’ee jaalladhuu fi itti gammadu, diraamaa diraamaa dheebuuf iddoo guddaan qaba. Taatonni diraamichaa, FUNYEE irraa eegalee hundumtuu kabaja guddaa na biraa qabu.
QALBEESSAAN immoo addumatti jiraadhu. kan fuulduraas waa guddaa sirraa eegnaa jabaadhu.

Diraama Dheebuu Rarra'e Hafee Jira
6 years ago



[…] Diraama Dheebuu […]

bilisummaa bona
6 years ago



diraamnii dheebbuun baay’ee bareeda ,garuu maaf raar’ee hafee?






Copyright Xalayaa © 2015-2022 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa