• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Diraama Dheebuu Rarra’e Hafee Jira

0 Comment
 01 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


Diraama DheebuuDiraama Dheebuu Kutaa 81ffaa hin jiru!

Diraama Dheebuu televishiini Oromiyaa irra kan darbaa ture torbaan darbe kutaa 80ffaa irratti xumuramuunsaa dhaabbatni Raadiyoo fi Televishiini Oromiyaa nuuf gabaasaniiru. Diraama Dheebuu Yaadannoo taatee jirti jechuu dhan televishiina irratti dabarsanii turan. Hordoftoota fi daawwatootni diraamicha gadda saani gama midiyaa hawaasa irratti ibsachaa jiru. Diraamichii utuu galma hin gahiin rarra’e hafuunsaa namoota heddu mufachiise jira. Kutaa 80ffa irratti haati Gudda namoota hin beekamneen butamtee turte, isheen eessa geefamte laata? Funyeen hoo, ulfa garaa ishii sana maal ta’e laata? Jaarran hoo? Niiti argateeta laata moo Gaaddisee qofa fuudhu barbaada? Nagawoon maatisaa sana maal godhe laata? Diraamichi yeroo kutaa 1ffaa irra jalqabu Nagawoon haadha manaa fi ijoolle lama qabaacha ture. Osoo haadha manaa qabu Gaaddisee waliin jaalala wajjiin dabarsaa ture. Inni hoo maatisaa sana eessa geesse? Gachanoo yaadattu laata? Haati mana obboleessa isaa sagaagalumma hojjettii jedhee ture. Inni kun hammam dhugaa dha? Gaachano kana qorannoo malee akkamitti jala sararuu danda’a? 

Nutii akkuma daawwatootni biroos gaaffilee deebii hin qabneetu sammuu keenya nujeeqa jira. Diraama Dheebuu utuu hin xumuramiin kararra hafuunsaa baayye nugaddisiisa!!  

Hundumaafu yaadannoo Diraamaa Dheebuu as jalattii isiniif maxxansinee jirra daawwadha! Youtube Keenya Subscribe gochuu hin dagatina.

.

Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada


Leave a Reply Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

  • Fuula Twitter Keenya

    Tweets by @xalayaa
  • Maxxansa Haara

    • Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.
      June 23, 2018
    • Burqaa Imimmaan Koo
      May 26, 2018
    • Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa
      December 29, 2017
  • Fuula Facebook Keenya

    Fuula Facebook Keenya



Copyright Xalayaa © 2015-2017 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa