• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


[Oduu Amma Nu Ga’e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

1 Comment
 30 Oct 2017   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


BaqqalaaObbo Baqqalaa Garbaa Wabiidhaan Ba’uufi

Obbo Baqqalaa Garbaa mirgii wabiidhaan akka gadhiifamu milkiidhaan kabajameera. Abukaatoleen isaanii yeroo dheeradhaaf akka mirgii wabiidhan gadhiifamu milkaa’u baatus har’a manni murtii wabii qarshii kuma 30 akka kaffalamu murteessanii jiru. Seerri biyyyatti iyyatasaa keessatti namni mirga wabiidhaan gadhiifamu kan qabu yoo sa’aati 48 keessatti iyyata yoo galchani dha. Ta’us kan Obbo. Baqqalaa Garbaa iyyannoon isaani kabajamuu baatus har’a qarshiidhan akka ba’u murteefame.

Obbo. Baqqalaa Garbaa kan hidhameef erga biyyaa Ameerikarra galan booda, hidhataa dhaabota farra nageenya ta’an waliin akka qaban himannaa sobaatin mana hidhaa seenanii turan. Ragaan sobaa irratti maxxansuu yaalaniis manni murtii ragaa quubsa fi qabatamaa dhiheessu hin dandeenye. 

Oduu kana baldhinaan yeroo arganneetti isiniif qopheessina hammasiitti marsariiti keenya kana ija itti qabsiisa. 

Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada



1 Comment

Abbe Gari
5 years ago



dhugaan ni qallatti malee hin cittu jedha mitire oromon






Copyright Xalayaa © 2015-2022 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa
 

Loading Comments...