• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Seenaa fi Aada"

Seenaa fi Aada

Afuura Harmee isa Dhumaa!!


2 Comments
 27 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Afuura Harmee isa Dhumaa ~Odaa Gurree-tiin Ani mucaa hangafaa ti. Obboleettii koo ishee xiqqoo faana waggaa lama qofa wal caalla. Kan dhalannee guddanne Oromiyaa Lixaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa, baadiyyaa keessatti. Akkuma dhala qote bulaa kamuu guddatutti dhalannee jireenya baadiyyaa dhamdhamuu eegallee...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 5


Faayidaa Waa Dubbisuu – Beekan Gulummaa Irraanaa-tiin


2 Comments
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

FAAYIDAA DUBBISUU!! ~Beekaan Gulummaa Irraanaa “Inni ‘Maannew’ jennaan Ani maal inniin jedhe Afaan keenya waldhabe Akka qadaada qabee”… .....jedha uummanni naannoon ani itti dhaladhee yeroo Nafxanyaa naannoosaa qubatte qeequ... Yaa Uummata Oromoo, har’a waanan dubbisaa ooleef faayidaan...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 5


XUURII – Asoosama Gabaaba Kutaa 3ffaa


6 Comments
 22 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xuurii Kutaa 3ffaa ~ Odaa Gurree-tiin As deebi’ee "Immaa... Immaayyee... banneerra...uuu…uuu…” jechaa…. Mataa qabatee takka harmee isaatti fiigaa takkaammoo gara karaatti gadi fiigaa iyyee lafa balleessuutti ka'e. Haati Xuurii akka naasuu haa ta'u aarii '' Gurbaa Xuurii mataa qabatee Ayyaanni...

Guutu dubbisi →
11 votes, average: 3.64 out of 511 votes, average: 3.64 out of 511 votes, average: 3.64 out of 511 votes, average: 3.64 out of 511 votes, average: 3.64 out of 5


XUURII – Asoosama Gabaaba Kutaa 2FFAA


6 Comments
 08 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xuurii Kutaa 2ffaa ~Odaa Gurree-tiin Haati Xuurii cufantaa boroo manaa bantee yommuu gadi baatu bokkaan birraa halkan akka tiifuu ta'aa bule boqqolloo isheen urgooftuu dibataa fi nyaataa kannneen akka qoddoo, kusaayee, kefoo, qullubbii adii, qullubbii diimaa fi kkf keessa tokko tokko dabartee akka...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 4.67 out of 53 votes, average: 4.67 out of 53 votes, average: 4.67 out of 53 votes, average: 4.67 out of 53 votes, average: 4.67 out of 5


XUURII – Asoosama Gabaaba Kutaa 1ffaa


14 Comments
 05 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xuurii ~Odaa Gurree-tiin  Xuuriin ganama bariin ka'eera har'a. Yeroo durii caalaa ganamfatee jira. Waqtiin isaa birraa waan ta'eef qorri ganamaa sun fuularraa namatti ''shuuuuu…fuf..fuf..'' jedha. Gurratti nama asaasa. Innis fooxaasaa mana hidhaa Jaatootti abbaansaa waggaa dura dhahee harmeesaatti...

Guutu dubbisi →
19 votes, average: 3.05 out of 519 votes, average: 3.05 out of 519 votes, average: 3.05 out of 519 votes, average: 3.05 out of 519 votes, average: 3.05 out of 5


Seenaa Gooticha Oromoo Abdiisaa Aagaa


5 Comments
 03 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Seenaa Dinqisiisaa- Abdiisaa Aagaa ~Odaa Gurree Abdiisaa Aagaa bara 1928 bara weerarsa Xaaliyaanii booji’amee gara biyya Xaaliyaanii erga geeffameen booda uffata qorraa tatarsaasee walitti fo’uudhaan mana hidhaa warra Xaaliyaanii keessaa of baasuun nama biyya sana keessatti tapha gootummaa dinqisiisoo...

Guutu dubbisi →
20 votes, average: 2.85 out of 520 votes, average: 2.85 out of 520 votes, average: 2.85 out of 520 votes, average: 2.85 out of 520 votes, average: 2.85 out of 5


Seenaa Dhugaa – BAQAQAA KOOMEE KOO!


6 Comments
 18 Jun 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

BAQAQAA KOOMEE KOO! Barreessaan: Odaa Gurree Ani jaarsa guddaa umuriin koo waggaa 65 ti. Ergan dhaladhee guyyaanitti taa'ee boqodhee aara galfadhe hin jiru. Lafti bariitu dhiitu kan koo jooraa fi dadhabii dha. Waggaa 65 kana keessatti bu'aan buufadhe yoo jiraate goophoo dugdaa fi baqaqaa koomee koo qofa. Lafaa...

Guutu dubbisi →
10 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 5


Waan Jimaan Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone!


5 Comments
 25 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waan Jimaa Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone! Ani maqaan koo Jamaal Abbaa Waajjiin jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe Godina Iluu Abbaa Booraa, Aaanaa Baddaalleetti yommuu ta’u baadiyyaasaa keessa gara daqiiqaa 30 kan deemsisu ganda Qotee Bulaa xiqqoo tokko keessatti. Egaa mana barnootaa koos kan sadarkaa...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 5


Hiyyummaan Abaarsa Miti! – Seenaa Dhugaa


3 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Hiyyummaan Abaarsa Miti! (Seenaa kana otoo hin dubbisne bira hin darbiin) ~ Odaa Gurree-tiin Ani xinnumaadhaa kaasee lafa bal’aa malee jiruu fi jireenya bal’aa hin agarre. Dhugaasaa dubbachuuf haatii fi abbaan koo waan isaanitti hafe hin jiru.Hojii guyyaas ta’u hojjetanii waan afaanitti...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 5


Waggaa 256 jiraate Niiti 24 fi Ijoolle 200 ol horate – Iciitii Jireenyaa


3 Comments
 22 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waggaa 256 jiraate Niiti 24 fi Ijoolle 256 horate Maqaansaa Li Ching Yuen jedhama. Dhalootan lammii Chaayinaa dha. Odeefannoo garaagara irrattii akka barreefamuutti Li Ching Yuen, bara 1677 A.L.A dhalatan. Garuu kanneen guyyaa dhalootasaa shakkan jiraatanis kan irratii walii galan Obbo. Li Ching...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 5


12



Copyright Xalayaa © 2015-2022 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa