• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Fayyaa"

Fayyaa

Dr. Gurmeessaa – Tuqaalee 9 Kan Moluu Ofirraa Ittisuu Dandeenyu! 


9 Comments
 05 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MOLUU (BALDING) OFIRRAA ITTISUU DANDEENYA! Wantootni dargaggoota sodaachisu keessa inni tokko mataa moluu qabaachu dha. Keessattuu dargaggootni utuu umriinsaani ol hin guddatiin kan rifeensi mataan sutee molaa'u. Rakkoo rifeensa mataa namarra sutu kana akkaata ittii gaababsinee ittisnuutu jira....

Guutu dubbisi →
12 votes, average: 3.42 out of 512 votes, average: 3.42 out of 512 votes, average: 3.42 out of 512 votes, average: 3.42 out of 512 votes, average: 3.42 out of 5


Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa eenyu dha laata?


20 Comments
 03 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa eenyu dha laata? Gammadaa Olaanaatin Uummanni Oromoon hayyoota hedduu Oromiyaaf furmaata ta’aan akka cirracha garbaati qaba. Hayyoonni Oromoo fi Oromiyaan qaban ammoo beekumsa adda addaa kan gonfatanii fi beekumsi addunyaa kun kan keessaatti walgaheedha. Haata’u malee...

Guutu dubbisi →
12 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 5


Faa’iidaa Walqunnamtii Saalaan Fidu Maalii dha?


29 Comments
 27 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Faa'iidaa Fayyaa Walqunnamtiin saalaan fidu Ilmii namaa wantoota isaaf barbaachisu keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Walqunnamtiin saalaa ijoollee horachuun ala bu'aa hedduu qaama keenyaaf kan buusu qaba. Tuqaalee 9 kanneen qunnamtiin saalaan fidu asii gadii tarreefame faa'iidaasa isiniif ibsuu...

Guutu dubbisi →
139 votes, average: 3.39 out of 5139 votes, average: 3.39 out of 5139 votes, average: 3.39 out of 5139 votes, average: 3.39 out of 5139 votes, average: 3.39 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Turtii Walqunnamtii Saalaa Akkamitti Dheeressu Danda’u?


38 Comments
 14 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Akkamiin turtii walqunnaamtii saalaa dheeressuu danda'uu? Wantoota dafanii xumuruu hin barbaadamne keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Keessattu waarra dhiiraf walqunnamtii saalaa turtii gabaaba qabaachuun qaani ta'u danda'a. Haadha manasaani yookan jaalalleesaani gammachiisuf turtii yeroo dheera...

Guutu dubbisi →
153 votes, average: 3.31 out of 5153 votes, average: 3.31 out of 5153 votes, average: 3.31 out of 5153 votes, average: 3.31 out of 5153 votes, average: 3.31 out of 5


Dr. Dhinsa Yonas – MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI?


0 Comment
 28 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI? Dhaqna qabaan mucaa dubaraa irratti raawwatu hundinuu miidhaa malee bu’aa tokko illee hin qabu. Dhaabbatni fayyaa addunyaas (WHO) kanuma sababeeffachuun, dhaqna qabaa dubaraa garee 4 (afur) tti hiree lafa kaa’un balaaleffata. Miidhaa akkuma dhaqna qabaan...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Dhukkuba Kalee Maali dha? Akkamitti Yaalama?


9 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhukkuba Kalee - Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa Dhukkuba kalee yoo jennu dhukkuboonni kalee hedduun kan ka’umsaan, mallattoon, yaalaanis wal hin fakkaanne hedduun waan jiraniif altokkotti hunda ibsuun hin danda’amu. Kanaaf dabaree dabareedhaan akkan isin biraan ga’u hin shakku. Har’aaf garuu kanan...

Guutu dubbisi →
18 votes, average: 2.89 out of 518 votes, average: 2.89 out of 518 votes, average: 2.89 out of 518 votes, average: 2.89 out of 518 votes, average: 2.89 out of 5


Qaama Saalaa Kaansariin Hubame Qaama Saalaa Nama Du’en Bakka Buufame


0 Comment
 18 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Qaama Saala Kaansariin hubame Qaama saala nama du'en Bakka busuun yeroo jalqabaaf milkiin xumuurame Qaamni saalaa sababa dhukkuba kaansariin kan irraa murame Obbo. Toomas Maaning, qaama saalaa haaraa mana yaala waliigalaa Masachuuset, biyyaa Ameerikatti argachuu danda'eera. Toomas ummrii dhaan...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 2.88 out of 58 votes, average: 2.88 out of 58 votes, average: 2.88 out of 58 votes, average: 2.88 out of 58 votes, average: 2.88 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Dhibeen Ka’uu Dadhabuu Qaama Saalaa Dhiiraa Maalirraa Nama Qabaa?


39 Comments
 12 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhibeeen Ka'uu Dadhabuu Qaama Saalaa Dhiiraa. Dr. Gurmeessaa  Dhibeen ka'uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa ykn erectile dysfunction or impotence jedhamu, maalii? Maalirraa nama qabaa? Furmaanni isaahoo? Dubbisaa! Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu (erection) yoo hormooniin sammuu keessaa...

Guutu dubbisi →
37 votes, average: 3.22 out of 537 votes, average: 3.22 out of 537 votes, average: 3.22 out of 537 votes, average: 3.22 out of 537 votes, average: 3.22 out of 5





Copyright Xalayaa © 2015-2022 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa