• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Xalayaa Jaalalaa"

Xalayaa Jaalalaa

Burqaa Imimmaan Koo


6 Comments
 26 May 2018   Kan maxxanse Naa'ol

Roobni waqtii arfaasaa itti roobee akka burqaa baddeessaa jalaa ganamaa fi galgala mirgisee taalila burquutti burqaan imimmaan koo burqa.Madaan keessa kootti akka ooyiruu arfaasaa qotamee bullaa’ee diimatee alatti ba’ee waan mul’atu natti fakkaata. Qotee bulaa qaxaleen osoo argee meesee...

Guutu dubbisi →
73 votes, average: 3.51 out of 573 votes, average: 3.51 out of 573 votes, average: 3.51 out of 573 votes, average: 3.51 out of 573 votes, average: 3.51 out of 5


Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne – Xalayaa Jaalalaa


13 Comments
 29 Dec 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne. (Maammilaa Keenyarraa) Nageenyii koo isheen onnee koo ishee akka malee sijaalaturra burqitee bakka atii jirtutti siyaa dhaqabuu! Akkam Jirta jaalallee koo Dureessa? Nagaa keetii? Ani waaqaf haa galatu, rokkoo tokkoo hin qabu fayyaa dha. Akkam Ati? Jiruuf...

Guutu dubbisi →
52 votes, average: 2.87 out of 552 votes, average: 2.87 out of 552 votes, average: 2.87 out of 552 votes, average: 2.87 out of 552 votes, average: 2.87 out of 5


Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse


8 Comments
 12 Dec 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Waanan godhu wallaale! Mala naa malaa Ganamoo Liibanin jedhama. Kan ani jiraadhu biyya Amerikaa magaalaa Chicago dha. Gidduu kana rakkoo tokkoti na mudatee jira. Rakkoo na mudate kanaaf gorsa akka naaf kennitan fedha. Erga biyya Amerikaa dhufee waggaa 6 ga’eera. Kanin biyya Amerikaa kana dhufes...

Guutu dubbisi →
9 votes, average: 3.56 out of 59 votes, average: 3.56 out of 59 votes, average: 3.56 out of 59 votes, average: 3.56 out of 59 votes, average: 3.56 out of 5


Xalayaa Jaalallee koo Oromiyaadhaaf!


7 Comments
 08 Apr 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Xalayaa Jaalallee koo Oromiyaadhaaf! Hunda dura, si haa ga'u nagaan koo kan onnnee koo irraa madde Kan jaalalaa fi kan kabajaa. Akkam naaf jirta jaalallee koo? Ani jaalala keef jedhee ergan sirraa adda ba'ee kaasee, ganamaaf galgala waa'ee kee yaaduu, waa'ee kee dhiphachuu, fi waa'ee kee dhukkubsachuu...

Guutu dubbisi →
11 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 5


Adaada Tiyyarra Jaalalli na Qabe!


6 Comments
 02 Apr 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Adaada Tiyyarra Jaalalli na Qabe! Maqaan kiyya Liiban Ahimad jedhama. Kaniin dhaladhee guddadhe Oromiyaa godina Baalee aana Gasgar magaala Gasgar jedhamutti dha. Ijoollummaa kiyyarra kaase hamma ofbaruutti magaala Gasgar keessatti maati koo waliin jiraacha ture. Barumsa kiyya kutaa 6ffaa gaafan...

Guutu dubbisi →
13 votes, average: 3.00 out of 513 votes, average: 3.00 out of 513 votes, average: 3.00 out of 513 votes, average: 3.00 out of 513 votes, average: 3.00 out of 5


Madaa Hin Qoorree


12 Comments
 31 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Madaa Hin Qoorree Namni jireenya isaa keessatti hin dogoggorre hin jiru. Haa ta'u malee, karaa nuyi itti dogoggorru Kan hunda keenyaa adda adda. Inni tokko dogoggora isaa irraa barata; inni tokko immoo dogoggora nama biraa irraa barata. Inni kaan immoo dogoggora isaa irraas haa ta'u; kan nama...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 3.75 out of 516 votes, average: 3.75 out of 516 votes, average: 3.75 out of 516 votes, average: 3.75 out of 516 votes, average: 3.75 out of 5


Guyyaa Tokko Akka Ati Gaabbitu Rabbiin Naa Agarsiisa!!


11 Comments
 27 Mar 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Guyyaa tokko akka ati gaabbitu rabbiin naa agarsiisa! Maaluman si yakke kan na hiddite laata? Kan na ciniintee na tufuu didde? Ano situu naaf ta'a situu hunduma naaf caala jedheen sabbata sigodheen muldhitti si hidhadhe kan bofa taate na hidditee na tufuu didde. Hamma yoomitti na jeeqa nawaliin jiraatta...

Guutu dubbisi →
23 votes, average: 3.52 out of 523 votes, average: 3.52 out of 523 votes, average: 3.52 out of 523 votes, average: 3.52 out of 523 votes, average: 3.52 out of 5


Obboleettii Koo irra Jaalalli Na Qabee!


4 Comments
 26 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Obboleetti Koo Irra Jaalalli Na qabee Yaa firaa akkam Jirtu? Nageenyi badhaadhaa? Alaa manni, jarmiin , maatiin hundi nagayaa? Ani nagaa dha. Waan irraa barattan, anaafillee gorsa laattan, ofiifis irraa waa qooddattan jedhu tokko qabadheen fuula keessan durattan dhiyaadhe. Fuula na hin dhorkatiinaa.Jireenya...

Guutu dubbisi →
12 votes, average: 3.67 out of 512 votes, average: 3.67 out of 512 votes, average: 3.67 out of 512 votes, average: 3.67 out of 512 votes, average: 3.67 out of 5


TARII WALIIF HIN UUMAMNE LAATA?


3 Comments
 23 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

TARII WALIIF HIN UUMAMNE LAATA? Maqaan koo Jabeessaa Hundeessaa jedhama. kanin dhaladhee guddadhe godina Shawaa lixaa Magaalaa Amboo tti. Umuriin koo yeroo barumsaaf ga'us mana barumsaa seenee achuma magaalaa Amboo keessatti sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa baradhee xumure. Akkuman baradhee xumureen...

Guutu dubbisi →
9 votes, average: 3.22 out of 59 votes, average: 3.22 out of 59 votes, average: 3.22 out of 59 votes, average: 3.22 out of 59 votes, average: 3.22 out of 5


Jaalalli Kennuu Malee Fudhachuu Akka hin Taane na Barsiiftee


1 Comment
 19 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Osoo Si Dhabaatti beekee.... Eessaa jalqabu? Lafan qabee jalqabu natti himi. Akkas ta'e hamma waan hin qabne keessan jira. Guyyaa saafaa aduun qiinqanii gadi roobsu kana keessa qaamatu natti dhaamota. Ifa aduu namni dibaabeen deemu kanatu hurrii natti fakkaateen ajaa'ibsiifadhee samii samii keessa...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 5


1234



Copyright Xalayaa © 2015-2022 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa