• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / 2016 / May

Archives May 2016

Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12 Addan Citeera


1 Comment
 30 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Qormaatni Biyyoolessaa Addan Citeera! Qormaatni biyyoolessa kutaa 12 addaan cituunsaa biiroo Ministera Barnoota Biyyoolessaa ibsanii jiru. Qormaanni torbaan kana raawwatamuuf kan karoorfame yoo ta'u, guyyaa har'a dirqii dhan akka addaan dhaabbatu taasifameera. Guyyaa kaleessaa, marsaalee Interneeta...

Guutu dubbisi →
38 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 5


Dr. Dhinsa Yonas – MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI?


0 Comment
 28 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI? Dhaqna qabaan mucaa dubaraa irratti raawwatu hundinuu miidhaa malee bu’aa tokko illee hin qabu. Dhaabbatni fayyaa addunyaas (WHO) kanuma sababeeffachuun, dhaqna qabaa dubaraa garee 4 (afur) tti hiree lafa kaa’un balaaleffata. Miidhaa akkuma dhaqna qabaan...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 5


Xalayaa Haadha Koo Ishee Awwaala Keessa Jirtuuf – Xalayaa Haadhaf


7 Comments
 27 May 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xalayaa Haadha Koo Ishee Awwaala Keessa Jirtuuf ~ Odaa Gurree-tiin Haa ga’u nagaan koo kan haadhaa fi ilmummaa qilleensa addaan kutee, tulluu qaari’ee, galaana lamatti muree, awwaala diigee, saanduqa ati keessa jirtu cabsee, ekeraa kee dubbisee…… Akkam jirta harmee? Erga gaafa addaan...

Guutu dubbisi →
10 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 510 votes, average: 3.30 out of 5


Waan Jimaan Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone!


5 Comments
 25 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waan Jimaa Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone! Ani maqaan koo Jamaal Abbaa Waajjiin jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe Godina Iluu Abbaa Booraa, Aaanaa Baddaalleetti yommuu ta’u baadiyyaasaa keessa gara daqiiqaa 30 kan deemsisu ganda Qotee Bulaa xiqqoo tokko keessatti. Egaa mana barnootaa koos kan sadarkaa...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 5


Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan


0 Comment
 24 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan Aaddee Foolii Gorbaa bara 1915 A.L.A (1907 A.L.H) Oromiyaa, Shawaa Lixaa aana Meetaa Roobii ganda Gileetti kan dhalatani dha. Maatii isaani keessatti Aadde Fooliin daa'ima takkitti qofa kan turtee dha. Ijoolummasaaniin ganduma Gileetti kan guddatan...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Hiyyummaan Abaarsa Miti! – Seenaa Dhugaa


3 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Hiyyummaan Abaarsa Miti! (Seenaa kana otoo hin dubbisne bira hin darbiin) ~ Odaa Gurree-tiin Ani xinnumaadhaa kaasee lafa bal’aa malee jiruu fi jireenya bal’aa hin agarre. Dhugaasaa dubbachuuf haatii fi abbaan koo waan isaanitti hafe hin jiru.Hojii guyyaas ta’u hojjetanii waan afaanitti...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Dhukkuba Kalee Maali dha? Akkamitti Yaalama?


9 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhukkuba Kalee - Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa Dhukkuba kalee yoo jennu dhukkuboonni kalee hedduun kan ka’umsaan, mallattoon, yaalaanis wal hin fakkaanne hedduun waan jiraniif altokkotti hunda ibsuun hin danda’amu. Kanaaf dabaree dabareedhaan akkan isin biraan ga’u hin shakku. Har’aaf garuu kanan...

Guutu dubbisi →
21 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 5


Xalayaa Facebook ‘Tiin – Lataa Qana’ii Aaga-tiin


3 Comments
 22 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Xalayaa Facebook 'tiin ~ Lataa Qana'ii Aaga   Haaga'u nagaan koo jaalalaafi kabajaa kan yeroo hunda laphee koo keessa 'online' jirtu jaalallee koof. Erga jaalalli kee na keessatti 'account' banatee kaasee waa'eedhuma keen yaada. 'Logout' godhee jaalala kee keessaa ba'uuf yaaliin ani taasise...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 5


Waggaa 256 jiraate Niiti 24 fi Ijoolle 200 ol horate – Iciitii Jireenyaa


3 Comments
 22 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waggaa 256 jiraate Niiti 24 fi Ijoolle 256 horate Maqaansaa Li Ching Yuen jedhama. Dhalootan lammii Chaayinaa dha. Odeefannoo garaagara irrattii akka barreefamuutti Li Ching Yuen, bara 1677 A.L.A dhalatan. Garuu kanneen guyyaa dhalootasaa shakkan jiraatanis kan irratii walii galan Obbo. Li Ching...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 58 votes, average: 2.25 out of 5


Baayyeen Siyaade Tolaa Koo


2 Comments
 19 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Kanan hedduu jaaladhuu jaalallee koo Tolaa dhaf. Tolaa ko akkam naaf jirta? Fayyaa keeti? Haala atii keessa jirtu beeku baadhuus, yeroo mara akkan sijaaladhu siif ibsuun barbaada. Rabbii jedhee hanga ijaan wal arginee waan keessa garaa keenyya mari'aannuttii nu lamaanu jaalala nukeessa jiruu ukkamsinee...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 5


123



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa