• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / 2016 / May (Page 3)

Archives May 2016

Haadha Koon Yaade!


3 Comments
 07 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Duraan dursee siihaa ga'uu nagaan koo kan onnerra madde. Harmee koo, jaalatamtu fi kabajamtu Akkam naa jirta? Anii mucaan kee nagaa siif qaba. Atii waan hundumaa kooti. Deesse koo, fayyaa keeti? Egaa haalli jireenyya sirra nafageesse jira. Deesse koo, fayyaa ta'uun kee anaaf jireenyya kooti. Ayyoo...

Guutu dubbisi →
18 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 5


[Breaking News] – Jawar Mohammed Hin Danda’amu!


15 Comments
 02 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Obbo. Jawar Mohammed akka hin danda'amne Abay Tsehayeetti agarsiise Ji'a afuriin dura shira mootummaan Itoophiyaa xaxameen televishiini OMN qilleensarra ugguramee ture. Odeefannoo wayiitawaa Oromiyaa fi biyoota adunyaa waliin akka hin dhaqabsiisne yaalamus ummatni Oromoo Fincila  Xumura Garbummaa(FXG)...

Guutu dubbisi →
87 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 5


FAAYIDAA AFOOLA OROMOO – Afoolaa Afaan Oromoo Beekan Gulummaatiin


4 Comments
 02 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

FAAYIDAA AFOOLA OROMOO Beekan Gulummaatiin Faayidaalee afoola saba tokkoo gabaabsuudhaan ibsuun salphaa hinta’u. Akkuma gosooti afoolaa hedduun jiranu faayidaaleen isaaniis hedduudha. Kana jechuunis tokkoon tokkoon gosa afoolaa faayidaalee ofii qabu jechuudha. Kanaafuu faayidaalee afoolaa kanneen...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 2.71 out of 514 votes, average: 2.71 out of 514 votes, average: 2.71 out of 514 votes, average: 2.71 out of 514 votes, average: 2.71 out of 5


Daa’ima Keenya Maqaa Moggaasu Dadhabne. Maqaa Nuuf Moggaasa!


11 Comments
 01 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Maqaa Nuuf Moggaasaa!! Toora sab-himaa (Social Media) kanneen akka Facebook, Whatsapp, Viber irratti suura daa’ima reefu dhalate kan maxxanfamu arguu keessan hin oolu. Namootni baayye suura daa’ima wajjiin barruu gabaaba jalattii barreesani maxxansu argina. Kunis...”Maqaa naaf Moggaasa” jecha...

Guutu dubbisi →
17 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 5


123



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa