2 Comments


Maaliif Muka Kolfaa Na Goote? Odaa Gurree-tiin Haa ga'u nagaan koo yaa Dammee koo Dammituu damma daamuu koo. Akkami ati nagaa dha? Manni fi bultiin ati ijaarte sii ta'ee? Ati garuu erga na gantee sokkitee ani rakkataan kee rakkoo fi salphina koo qabadheen nan sii jira kunoo. Maal abbasaa maalan...
Guutu dubbisi →