• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / 2016 (Page 7)

Archives 2016

Dubbiin Lafaa Dubbii Lafeetii Eenyuutu Walirraa Hafaa?


0 Comment
 24 Apr 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Walee Haara!! Weellisaa Kamaal Ibrahiim fi Shukrii Jamaal.

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 5


ትግራይ እስክትለማ – ኦሮሚያ ትድማ!


0 Comment
 27 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

By: የየበ ሸነን ይሄ ነው አደገኛው ጨዋታ፤ ኅጎስ አስኪለማ አስር ኦሮሞ ይድማ የሚለው። በግልጽ አማርኛ ቶላ ከነቤተሰቦቹ (ማለትም ከነሚስቱ አያቱና ስድስት ልጆቹ) ለኅጎስ ብልጽግና መሬቱንና...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


ኦሮሚያ የኦሮሞ ናት! – Xalayaa Amharic


1 Comment
 26 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

By:የየበ ሸነን አዋን! ኦሮሚያ የኦሮሞ ናት! እና ምን ይጠበስ? ወዳጆቼ ወይ! ምንም የሚጠበስ ነገር አንጠብቅም። ግን መርሳት የለለባችሁ ነገር ቢኖር እናንተው ራሳችሁ እየተጠበሳችሁ መሆኑን...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


Displacing and distorting livelihood of indigenous dwellers using a ridicules pretext


0 Comment
 21 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Ethiopian Sugar Corporation, which is under direct control of TPLF leaders, has long been distorting the livelihood of native inhabitant using ridicules pretext like 'expansion'. Through out the year the sugar factories located in Oromia expand in thousand of hectares by displacing thousands of Oromo...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Genzebe Dibaba gets a warm congratulatory kiss from her fan


4 Comments
 21 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

The renowned Oromo-Ethiopian athlete Genzebe Dibaba, received a warm reception from her fan in Portland, Oregon's indoor championship finale. Dibaba cruised to a gold medal victory with 8 minutes, 47.43 seconds. Runner-up silver medalist Meseret Defar, also an Oromo-Ethiopian finished at 8 minutes,...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Kadiir Martuu waltajjii irratti ummata boochise!


34 Comments
 20 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Kadiir Martuu waltajjii irratti ummata boochise! Guyyaa har'a magaala guddittii Ameerika, Waashingtan DCtti, qophii gargaarssa Oromo (Oromo Benefit Concert) kan Machaa-Tuulama dhaan gaggeefame haala ho'an xumuree jira. Qophii kanarrattii artistoota bebbeekamo kannen akka Daawwit Makonnen,...

Guutu dubbisi →
23 votes, average: 3.35 out of 523 votes, average: 3.35 out of 523 votes, average: 3.35 out of 523 votes, average: 3.35 out of 523 votes, average: 3.35 out of 5


Aadaa Fuudhaafi Heeruma Oromoota Arsii


3 Comments
 21 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Maammiltoota keenyarra! Gurraandhala 21, 2016. Akka raasee dhibee mataan kee Akkii baasu dhibee abbaan kee Osho moolle heerumnni hin oollee!   Jedha Oromootni Arsii (Baale fi Diida'a) yeroon cidhaaf gaggeessan. Nutiis waa malee mitii kan weeddu kana isiniif tarreesine....

Guutu dubbisi →
11 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 5


[BREAKING NEWS] Jeneraal Kamal Galchuu Biyya Seeneraa!


65 Comments
 19 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Gurraandhala 18, 2016 Jeneraala Kamaal Galchuu, hoggana waraana itophiyaa moora 18 kan ture yoo ta’u bara 2006, waraana Itophiyaa ganee, meeshalee garagaraa fi waraana 541 dhan biyya bahuunsaa niyaadatama. Jeneraal Kamal Galchuu, yeroo biyyii Laabeeria jedhamuu weeraramee ture bare 1999-2003...

Guutu dubbisi →
45 votes, average: 3.07 out of 545 votes, average: 3.07 out of 545 votes, average: 3.07 out of 545 votes, average: 3.07 out of 545 votes, average: 3.07 out of 5


Lammiin si gaafata! Diraamaamoo fiilmii, Akkamiin amanna? – Walaloo


14 Comments
 15 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Nagayaan boqadhu! Ni boqatte jedhu Dhugaadhaa? Abbaa Lataa Amanuu dadhabee Lammiin si gaafata! Diraamaamoo fiilmii Akkamiin amanna? Ciistee hafte jedhu Dhibee si mudate Mee eenyuun gaafanna!? Saba si jaallatuuf Maa Garaa jabaatte? Halkan dukkanumaan Kan deemtee fagaatte! Nama...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 5


[Walaloo Ajaa’iba] Dhabee Bituu Hin Wallaalle Jaalala Keetu Nattii Caale


22 Comments
 09 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Naa'ol Abba-Firrisaatin Siwaliin gubadhee Siwaliin dhiitamee Waliin fiigne Waliin cabnee Nattii rarraatte Aniis sittii rarra'ee Nattii maxxanttee Aniis sittii maxxanee Hin ulfaatta jettee nan ceephine Ba'aan koo sittii tolee Siwaliin mixii biyyee nyaachisee Udaan sareefi kan nama...

Guutu dubbisi →
47 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 5


12345678



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa