• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / 2017 (Page 3)

Archives 2017

Afuura Harmee isa Dhumaa!!


2 Comments
 27 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Afuura Harmee isa Dhumaa ~Odaa Gurree-tiin Ani mucaa hangafaa ti. Obboleettii koo ishee xiqqoo faana waggaa lama qofa wal caalla. Kan dhalannee guddanne Oromiyaa Lixaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa, baadiyyaa keessatti. Akkuma dhala qote bulaa kamuu guddatutti dhalannee jireenya baadiyyaa dhamdhamuu eegallee...

Guutu dubbisi →
6 votes, average: 3.33 out of 56 votes, average: 3.33 out of 56 votes, average: 3.33 out of 56 votes, average: 3.33 out of 56 votes, average: 3.33 out of 5


Faayidaa Waa Dubbisuu – Beekan Gulummaa Irraanaa-tiin


2 Comments
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

FAAYIDAA DUBBISUU!! ~Beekaan Gulummaa Irraanaa “Inni ‘Maannew’ jennaan Ani maal inniin jedhe Afaan keenya waldhabe Akka qadaada qabee”… .....jedha uummanni naannoon ani itti dhaladhee yeroo Nafxanyaa naannoosaa qubatte qeequ... Yaa Uummata Oromoo, har’a waanan dubbisaa ooleef faayidaan...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 5


MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE!


1 Comment
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE! ~Odaa Gurree Seenaan koo akkana yaa lammiiwwan koo. Ani maqaan koo Baatiree Gannaalaan jedhama. Aanaa Baakkoo Tibbee, Magaala Laga Dhoqqee(Tibbeen) dhaladhe. Hamman dhaladhee mooyyee tarkaanfadhutti jiruu fi jireenyuma maatiin itti na jiraachisan keessan jiraadhe....

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


SHAGGEE WALIIN SAAWWA TIKSINEEN YAADE


0 Comment
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Shaggee waliin saawwa tiksineen yaade ~Odaa Gurree Ani Likkaasaa jedhama amma biyya Germany Magaalaa Munich jiraadha. Jiruun baqaa silaa gadhee dha. Fuutee namaan joorti. Biyya koo Oromiyaa irraa dhiibbaa gabroomfataan osoo hin bahiin dura gaafa ijoollummaa Goodaa Haroo jedhamtu iddoo anii fi ijoolleen...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 5


Sii Hinaafsisuuf kan Biraa Jaaladhee


2 Comments
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiifama naa godhii Mangee koo Akkam fayyaa jirta? Nagaa keeti? Jaalallee koo kan akka lubbuu kootitti sijaaladhu Mangistuu dhaaf. Mangee koo, jaalallee koo yeroon sin jedhuu sitti hin bitaacha'iin. Ani har'as baayyen sijaaladha. Akkamitti najaalatta nan hin jedhiin. Kun sammuu koo na dhukkubsa. Mangee...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! – Xalayaa Jaalalaa


8 Comments
 09 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! Addunyaan ganna tokko taate jedhame waa'e globalisation fi lafa fageenya technology weeyta ka'u, yaada koo kalamaan waraqaa irratti tarreesse siif barreessun sodaadhe. "Maal isheen? hin qaroomtu?" jettee waan yaaddu natti fakkaata waan tureef. Hardha garuu,...

Guutu dubbisi →
26 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 5


Diraama Dheebuu Rarra’e Hafee Jira


0 Comment
 01 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Diraama Dheebuu Kutaa 81ffaa hin jiru! Diraama Dheebuu televishiini Oromiyaa irra kan darbaa ture torbaan darbe kutaa 80ffaa irratti xumuramuunsaa dhaabbatni Raadiyoo fi Televishiini Oromiyaa nuuf gabaasaniiru. Diraama Dheebuu Yaadannoo taatee jirti jechuu dhan televishiina irratti dabarsanii turan....

Guutu dubbisi →
39 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 5


123



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa