• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Articles posted by Naa'ol (Page 4)

Barruu Darban

ODUU AMMA NU GA’E – Waraanni Kamaal Galchuu KWO Sochii Jalqabanii Jiru


9 Comments
 09 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waraanni KWO sochii jalqabanii jiruu Dhaabni Kallacha Walabummaa Oromiyaa(KWO) bara 2015 A.L.A kan hundoofte yoo ta'u hoganaa dhaaba kanaa Jeneral Kamaal Galchuu akka ta'es ni beekama. Dhaamsa fi suuraale gama iciiti dhan imeeli keenyatti ergame akka jedhuutti waraanni kun godina Kibbaa Itoophiyaa...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 5


Beenu Sin Gabbaruu – Walaloo Jaalalaa


12 Comments
 08 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Beenu Sin Gabbaruu Waraansa jecha namaa waliin dabarsinee Nuti addaan hin baanu jennee wal abdannee Hiriyaa jaalalaa walfaana kan kaane Addaan osoo hin bahin kan waliin guddanne Hololaaf hamiidhaaf iddoo kan hin laanne Rakkoof dararama waliin dandamannee Kunoo hanga har'aatti kan waliin jiraanne Har'a...

Guutu dubbisi →
111 votes, average: 2.94 out of 5111 votes, average: 2.94 out of 5111 votes, average: 2.94 out of 5111 votes, average: 2.94 out of 5111 votes, average: 2.94 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Tuqaalee 9 Kan Moluu Ofirraa Ittisuu Dandeenyu! 


9 Comments
 05 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MOLUU (BALDING) OFIRRAA ITTISUU DANDEENYA! Wantootni dargaggoota sodaachisu keessa inni tokko mataa moluu qabaachu dha. Keessattuu dargaggootni utuu umriinsaani ol hin guddatiin kan rifeensi mataan sutee molaa'u. Rakkoo rifeensa mataa namarra sutu kana akkaata ittii gaababsinee ittisnuutu jira....

Guutu dubbisi →
15 votes, average: 3.60 out of 515 votes, average: 3.60 out of 515 votes, average: 3.60 out of 515 votes, average: 3.60 out of 515 votes, average: 3.60 out of 5


Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa eenyu dha laata?


20 Comments
 03 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa eenyu dha laata? Gammadaa Olaanaatin Uummanni Oromoon hayyoota hedduu Oromiyaaf furmaata ta’aan akka cirracha garbaati qaba. Hayyoonni Oromoo fi Oromiyaan qaban ammoo beekumsa adda addaa kan gonfatanii fi beekumsi addunyaa kun kan keessaatti walgaheedha. Haata’u malee...

Guutu dubbisi →
12 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 512 votes, average: 3.17 out of 5


XALAYAA JAALALAA BARATAAN OROMOO POOLISOOTA OROMIYAATIIF BARREESSAN!


4 Comments
 01 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

XALAYAA JAALALAA BARATAAN OROMOO POOLISOOTA OROMIYAATIIF BARREESSAN!  Isin haa ga'u nagaan koo inni kabajaa fi jaalalaa kabajamtoota obboloota koo hiree jiruu keessanii taanaan Komiishinii Poolisii Oromiyaatti sadarkaa fi gulantaa garaa garaa ( miseensa poolisii leexaa irraa hanga komiishinara...

Guutu dubbisi →
10 votes, average: 3.60 out of 510 votes, average: 3.60 out of 510 votes, average: 3.60 out of 510 votes, average: 3.60 out of 510 votes, average: 3.60 out of 5


A Kenyan Man Chops off his Private Parts and fed his Chickens


1 Comment
 29 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Kenyan man cuts off his manhood An eighteen year old Kenyan man, Timothy Ofwaya cuts off his manhood to feed his chickens. The residents of Sirigoi village, Busia county were shocked and dumbfounded to here someone from their village had fed their private part to a chicken.  The 18 year old man allegedly...

Guutu dubbisi →
1 vote, average: 4.00 out of 51 vote, average: 4.00 out of 51 vote, average: 4.00 out of 51 vote, average: 4.00 out of 51 vote, average: 4.00 out of 5


Sababaa Ilma argachuu dhabuu kiyyaaf Nadhiiste


5 Comments
 29 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Ilma dhabuu kiyyaaf nan hiikte! Yeroo mara gaafa wal barre sana fi akkaata wal barre yaada. Namnii jireenya koo gara fuuldura akasittan jiraadha yookan haala akkasiitin jiraadha jedhee hin murteessu. Aniis siwaliin wal fuune jiraanna jedhee abjuu baddee yaade hin beeku. Garuu hin ta'ee!! Mohamed,...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 4.60 out of 55 votes, average: 4.60 out of 55 votes, average: 4.60 out of 55 votes, average: 4.60 out of 55 votes, average: 4.60 out of 5


Faa’iidaa Walqunnamtii Saalaan Fidu Maalii dha?


29 Comments
 27 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Faa'iidaa Fayyaa Walqunnamtiin saalaan fidu Ilmii namaa wantoota isaaf barbaachisu keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Walqunnamtiin saalaa ijoollee horachuun ala bu'aa hedduu qaama keenyaaf kan buusu qaba. Tuqaalee 9 kanneen qunnamtiin saalaan fidu asii gadii tarreefame faa'iidaasa isiniif ibsuu...

Guutu dubbisi →
176 votes, average: 3.35 out of 5176 votes, average: 3.35 out of 5176 votes, average: 3.35 out of 5176 votes, average: 3.35 out of 5176 votes, average: 3.35 out of 5


Oromo Music Award – Yaa’ii Gulallee Film Production fi OBS TV


0 Comment
 18 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Oromo Music Award Guddina saba tokkof aartiin lafee dugda ta'usaa wal nama hin gaafachiisuu! Artii guddisuuf immo dirqama saba sanaati. Artii maali yoo jettan? guddina afaanichaa, seenaa sabicha, aada, duudha umatichaa, guddina siyaasaaf, heeraf seera akkasumas ittin bohaaruf kan umaticha tajaajiluu...

Guutu dubbisi →
6 votes, average: 2.17 out of 56 votes, average: 2.17 out of 56 votes, average: 2.17 out of 56 votes, average: 2.17 out of 56 votes, average: 2.17 out of 5


Sirbi Haacaaluu Hundeessaa Maalan Jira Waggaa Tokkotti Rekordi Cabse!


0 Comment
 18 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Sirba Haacaaluu Hundeessaa Maalan Jira Rekordi Cabse! Ji'a Waxabajjii waggaa darbe bara 2015 A.L.A sirbi Haacaaluu Hundeessaa, Maalan Jira kan jedhu bifa ammayyaatin klippi dhan hojjetamuunsaa niyaadatama. Guyyaa har'a sirbi kun erga qilleensarra oole wagga tokko guuteera. Wagga tokko keessatti sirbi...

Guutu dubbisi →
19 votes, average: 3.47 out of 519 votes, average: 3.47 out of 519 votes, average: 3.47 out of 519 votes, average: 3.47 out of 519 votes, average: 3.47 out of 5


123456789



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa