Obbo. Jawar Mohammed akka hin danda’amne Abay Tsehayeetti agarsiise
Ji’a afuriin dura shira mootummaan Itoophiyaa xaxameen televishiini OMN qilleensarra ugguramee ture. Odeefannoo wayiitawaa Oromiyaa fi biyoota adunyaa waliin akka hin dhaqabsiisne yaalamus ummatni Oromoo Fincila Xumura Garbummaa(FXG) kan addan hin citneen gaggeessa jira. Qabsoon ummata keenya haala ho’a ta’een kan gaggeefama jiru kana OMN tu duuba jira himata jedhuun gargaarsa mootummaa Fransaayiitin OMN satalayiitirra darbamee ture. Gorsa muumicha ministera Itoophiya kan ta’e Obbo. Abbay Tsehaye, “Hidha laga Mormor (Abbayyaa) tu dhaabbata malee OMN qilleensarra hin deebi’u” jecha jedhuun ummata Oromootti dhaadate ture.
Obbo. Abbay Tsehaye jechasaa sana utuu afaanirra hin taragatiin televishiini OMN guyyaa har’a qilleensarra deebi’uusaa dura taa’an OMN Jawar Mohammed beeksiseera. Jawar Mohammad fi Wayyaane tapha hantuuta fi addurree asiif achii wal ari’aa jiru. Eenyuutu hantuuta eenyuutu adurree dha Jawar Mohammad ammas nutti agarsiiseera.
Obbo. Jawar shira mootummaan Itoophiyaa xaxaa jiru kana si’a 18 ol akka injifate ifaan ifattii nutti agarsiiseera. Jawar waan danda’amu nuttii hin fakkaatu.
Vidiyoo asii gadii kana cuqaasa – Jawar Mohamed unstoppable!
OMN Argachuuf satalayiiti TELSTAR irratti banadha!
15 Comments
Galatoomaa
Baay’ee Namatti Tola! Jabaadhu Jajjabaadhu Leencakoo!
Jabadhu qaxalee dhiiraa!
JAWAROPHOBIA
Fobiyaa jechuun sodaa sammuuti.bara kana wantootni sammuu wayaanetti sodaa uuman heddudha.Isaan keessaa cimaan jawarofobiya jedhamaJawaroofobiya jechuun tekinoljii ammayyaan sirna dhaalaa HABASHOOTAA Oromoorra jaarraa oliif ture yeroo gabaabaa keessatti dhaabuudha.kun kan habashootaaf sodaa ta’emmoo ”hudduu dhuufetu yaadda’a” jedhee isa Oromoon mammaakuufidha.sidaamaan ,hadiyyaan,nyuweer…sodaa kanaa hinqaban.kanarraa bayyaannachuuf tabbaa meeqa bahanii b’u. FUUDHAA OOLII MARQAA KEESSI DUWWAADHA, ADUU DHIYEE BIQILA HINAFAN…….OROMOOFIhabashaan DHAGAA gargar cabe
አቶ ጃዋር
አሁን ደስ አለህ አይደል
ቅቤ ሳይሆን
ደም ጠጣህ
አንተ ኦሮሞ እንዳልሆንክ እኮ አውቅሃለሁ
ምናለ ይህን ህዝብ ለ ISIS ለመሸጥ ባትደራደር
የሞሮሞ ህዝብ እንደሆን አስተዋይ ስለሆነ
ለእንዳንተ አይነቱ ተራ ወሮበላ ራሱን አይሸጥም
ቆም በል ዋዋዋዋ!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
good
obbo jawar muhammad oromoo nuu jiradhu adawwiin si illaluu ijii isaa haa jamuu itti oromoo qofa osoo hin tane ADUNYADHAFI NI BARBAACHIFTAA….. JIRADHU
Baay’een isin jalana garuu walqoqqodu isaa haaluma kana itti Fufaa is in walin jira
love you alot
bayyee garidha akkuma kanati itti nuf fufii si walin jira
For the last few dsys/weeks omn is not on air . What is wrong ?
Jawar dhiiga ijoollee Oromoo akka lola’u gochuun kee maaaliif? Kana kan barbaadu Seexana / Jinnii dha, atis kana keessaa tookko waan taateef adabatee yoo teesse siif wayya! Gaffiin uummata Oromoo gama Dh. D U. O qofaan deebi’a, baayenis deebi’ee jira. Ati amma maal fiduuff biyya jeeqaa jirtaa?hiyyummaa moo wal nyaachisuu? Ummanni Oromoo lammata gurra sitti hin qabatu hin gowoomin, ati yaanni dokataan hojii goolii uumtummaa ISIS biyya keenya keessatti raawwachuudhaaf akka ta’e saaxilamtee jirta!
Jawar dhiiga ijoollee Oromoo akka lola’u gochuun kee maaaliif? Kana kan barbaadu Seexana / Jinnii dha, atis kana keessaa tookko waan taateef adabatee yoo teesse siif wayya! Gaffiin uummata Oromoo gama Dh. D U. O qofaan deebi’a, baayenis deebi’ee jira. Ati amma maal fiduuff biyya jeeqaa jirtaa?hiyyummaa moo wal nyaachisuu? Ummanni Oromoo lammata gurra sitti hin qabatu hin gowoomin, ati yaanni dokataan hojii goolii uumtummaa ISIS biyya keenya keessatti raawwachuudhaaf akka ta’e saaxilamtee jirta!
Akkuma yeroo darbe ergaan siif darbe labsiin guyyaa har’aa hojii mootummaaa dhaabsisuu fi manneen daldalaa akka cufamaniif ergaan ati dabarsaa turte guyyaa har’aa akka Go / Sh / Ki / Lixaatti fashalaye jira! Akkuman yeroo darbe siif hime daldalaan , hojjettoonni mootummaa, fi hawaasni magaalaa fi baadiyyaayyaa gurran itttiin sidhaggeeffatu hin qabu , gool uumtummaa bara 2008 ati raawwatteen dhiiga ilmaan Oromoo akka dhagala’u kan godhe si ta’uu kee waan hubateef , uummnanni situfee jira , tuffatamtee jirta. kunoo guyyaa har’aa sochiin hawaas- diinagdee haala ho’aa ta’en , karaa ati itti qaanofteen tajaajilli ummataaf kennamu gama hundaan itti fufee jira. Kana booda gocha raawachaa jirtuuf Ummata Oromoo qofa biratti osoo hin taane sadarkaa addunyaatti goolii uumtummaa fi shorkeessummaa gochaa raawwachaa jirtuun saaxilamteerta! Adabadhuu taa’ii! yoo ta’uu baate Waaqayyoo / Rabbi qullaa si dhaaba! kana hin dagatin!
Nagaa keessanii? nibilisoomnna!!! Amma hoo maal irra jirttu?
Ajaa’iba qabda!??