Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiidhaan Aaangoo Gadii Lakkisee
Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Af-yaa’ii mana maree bakka bu’oota ummataa guyyaa har’aa hojii isaa gama Federaalatiin fedhiidhaan gadii dhiisuu isaa gaazexaa Addis Standard gabaasaniiru.
Maaddiin kun akka jedhuutti Obboo Abbaa Duulaan sababa haala yeroo lola ummata Oromoo irratti banameen wal qabatee Xalayaa hojii dhiisuu isaa gama mootummaa federaalatti barreesse. Lolli ummata Oromoo gama daangaa naannawa Soomaaleetin baname tilmaaman Oromoota 150, 000tu buqifame.
Abbaa Duulaa fi angaa’onni mootummaa olaanoo gidduttii wal mufannoo cimaa jiraachunsaatu ibsamaa jira. Odeefannoo dabalataaf marsaa keenya kana ijaaf gurra keessan nuuf laadha.
4 Comments
Baayee isiin jallanna!!!!!
sabaabni gaadi angoo gadii lakkisuu waliittii bu’insa danga yoota’ee raakkoon gubba dhuuma jirachumullisa kanaf itti cimanii hojechuu barbachisa.
Ani akkaataama Abbaa Dulaatu naaf ifa miti .?
Duubatti hin deebinu itti fufuu qabna.