• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Diraama Dheebuu Kutaa 60ffaa irratti goolabame

1 Comment
 18 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


DheebuuDiraama Dheebuu Kutaa 60ffaa irratti Goolabame

Diraama Dheebuu marsaa 1ffaa kutaa 60ffaa irratti goolabamuusaa barreessan diraamicha Obbo. Qalbeessa Magarsaa ibsaniiru. Diraama Dheebuu daawwattoota hedduun kan dinqisiifatame yoo ta’u, biyya keessa fi biyyoota alaa haala gaariin hordofamaa ture. Haa ta’uyyuu erga qillensarraa oole diraaman kun waggaa tokko guutee jira. Waggaa tokko kana keessatti immo kutaale 60 haala ho’an torbee torbee dhan televishinaa Oromiyaa irratti kan darbaa ture. 

Dhaamsa Obbo. Qalbeessa Magarsaa toora youtube irratti kan daawwatootaf dabarse haala kanaan isiniif barreesse.

“Hordoftoota diraamaa keenyaa bakka jirtan hundatti nagaan isiniif haata’u jechaa diraamaa keenya hamma kutaa kanaa haala gaariidhaan hordoftanii kunoo ammammoo marsaa lammaffaaf yaada ummataatiif boqonnaarra jirra. Isinis yaada nama gabbisu adda addaa nuuf kennaa turtaniirtu. Haaluma kanaan ammas akka yaada keessan nutti hinqusanne isin gaafanna.”

~Qalbeessaa Magarsaa.

Warrotni diraama dheebuu kutaa 1ffaa-60ffaa hunda kan daawwattan isa kanarratti yaada keessan yommuu kennitan Diraamaa kanarratti hanqinaaf cimina jiru hunda isaa obbo. Qalbeessaaf toora facebook isaa ykn youtube isaa irratti barreessuu dandeessu. Akkasumas dhaamsa fi yaada gama marsariiti keenyarratti ergame nutiis gama Obbo. Qalbeessatti ergina! 

Galatooma!

Hamma Marsaa 2ffaatti walitti deebinuutti kutaa 60ffaa isiniif afeerree jirra!

Hora Bula!

Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada

    Share This


Related Posts


Diraama Dheebuu – Kutaa Haaraa
December 31, 2016

[Yeroo Dhiyootti] Filmii Afaan Oromoo – Daandii Wal-Maraa
July 24, 2016

Diraama Dambalii
April 24, 2016



1 Comment

Jonse Ketela
9 years ago



hedduu galatooma ummata keessaan illeen yaadadha!






Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa
 

Loading Comments...