Daandii Wal-Maraa
Filmii Haara Daandii Wal-Maraa yeroo dhiyootti ebbifamuuf qophiisaa xumuratee jira. Barreessaa filmichaa Obbo. Amaanu’eel Adimaasu Garoo yoo ta’u qindeessaa ykn daayiraktariin Obbo. Qalbeessaa Magarsaa dha. Filmiin kun filmoota biroorra adda kan taasisuu namootni irratti hirmaatan kanneen muuxannoo fi dandeetti filmii qaban hedduuminaan irratti argamu. Barreessa filmii Eelaa kan ta’an Obbo. Abiraam Jaallataa akkasumas editarii beekama obbo. Amansiisa Ifaa irrattis hirmaataniiru.
Guyyaa Eebba filmii kana yeroo dhiyootti kan isiniif beeksisnu yoo ta’u, dhaadhessa gabaaba asii gadiitti isiniif afeererraa ittiin bohaara!
Taatoni Filmichaa: Soolan Adimaasu, Taariku Xasoo, Keeyeron Darrajee, Adane Tasfaye, Jimma Galataa, Abaabo Warqine, Abdii Taaddasaa, Istifaanos Henok, Leensa, Jiloo, Mintewab
Daandii Wal Maraa – Yeroo Dhiyootti!
6 Comments
mm
Isiin hordoofuu barbaade turee,garuu your email address will not be published nan jedhaa maaliif
Tolee Hangaa yoomii isiin haa eeguu?
Baay’ee gaariidha
baay’ee namatti tola
Namati tolaa oromoon teenya nuuf jabaadha waan huundumman