• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Oduu fi Yaada dhuunfa / Archive by category "Oduu" (Page 2)

Oduu

Almaz Ayana Reekordi Addunyaa Cabsuu dhan Mitiraa 10,000 Moote!


1 Comment
 12 Aug 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Almaz Ayana fiigicha mitiraa 10,000 reekordi cabsite! Fiigicha miitira 10,000 reekordi haara daqiiqa 29 fi seekendi 17tiin fiiguu dhan, atleet Almaz Ayaana seenaa haara galmeessite. Reekordi mitiraa 10,000 kana waggaa 23 booda kan cabsame yoo ta'u abba reekordi kanaa atleeti Wang Junxia lammii Caayina...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 2.67 out of 53 votes, average: 2.67 out of 53 votes, average: 2.67 out of 53 votes, average: 2.67 out of 53 votes, average: 2.67 out of 5


[Yeroo Dhiyootti] Filmii Afaan Oromoo – Daandii Wal-Maraa


6 Comments
 24 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Daandii Wal-Maraa Filmii Haara Daandii Wal-Maraa yeroo dhiyootti ebbifamuuf qophiisaa xumuratee jira. Barreessaa filmichaa Obbo. Amaanu'eel Adimaasu Garoo yoo ta'u qindeessaa ykn daayiraktariin Obbo. Qalbeessaa Magarsaa dha. Filmiin kun filmoota biroorra adda kan taasisuu namootni irratti hirmaatan...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 5


Diraama Dheebuu Kutaa 60ffaa irratti goolabame


1 Comment
 18 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Diraama Dheebuu Kutaa 60ffaa irratti Goolabame Diraama Dheebuu marsaa 1ffaa kutaa 60ffaa irratti goolabamuusaa barreessan diraamicha Obbo. Qalbeessa Magarsaa ibsaniiru. Diraama Dheebuu daawwattoota hedduun kan dinqisiifatame yoo ta'u, biyya keessa fi biyyoota alaa haala gaariin hordofamaa ture. Haa ta'uyyuu...

Guutu dubbisi →
23 votes, average: 3.09 out of 523 votes, average: 3.09 out of 523 votes, average: 3.09 out of 523 votes, average: 3.09 out of 523 votes, average: 3.09 out of 5


ODUU AMMA NU GA’E – Waraanni Kamaal Galchuu KWO Sochii Jalqabanii Jiru


9 Comments
 09 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waraanni KWO sochii jalqabanii jiruu Dhaabni Kallacha Walabummaa Oromiyaa(KWO) bara 2015 A.L.A kan hundoofte yoo ta'u hoganaa dhaaba kanaa Jeneral Kamaal Galchuu akka ta'es ni beekama. Dhaamsa fi suuraale gama iciiti dhan imeeli keenyatti ergame akka jedhuutti waraanni kun godina Kibbaa Itoophiyaa...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 516 votes, average: 3.50 out of 5


12



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa