Waraanni KWO sochii jalqabanii jiruu
Dhaabni Kallacha Walabummaa Oromiyaa(KWO) bara 2015 A.L.A kan hundoofte yoo ta’u hoganaa dhaaba kanaa Jeneral Kamaal Galchuu akka ta’es ni beekama.
Dhaamsa fi suuraale gama iciiti dhan imeeli keenyatti ergame akka jedhuutti waraanni kun godina Kibbaa Itoophiyaa keessatti sochii akka jalqaban nudhaqabee jira.
Kaayyoofi karoorri dhaaba kana akka jedhaniitti Oromiyaa bilisoomsu qofa utuun taane, Oromiyaa walaboomtu dhaabuuf akka ta’es ibsaniiru.
Dubbii kana qulqulleefachuuf hoggantoota akkasumas bakka bu’oota dhaaba kana qunnamuu yaallus deebii nutii arganne hin jiru.
Ji’oota muraasa duras KWOn waraana ijaarachuuf meesha akka bitachaa jiran marsaa hawaasa irratti dubbatamaa ture. Suuran nutii argannees kana mirkaneesse. Oduu kana baldhinaan isiin bira dhaqabuuf yaalla marsariiti keenya kana sirritti hordofaa!
9 Comments
kwo fi ABO dahoo ummata keenyati.
Kun dhugaadhaa moo oduudhaa malo
Jebaadha jajabaadha! Isin cinaa jiira.
It is my dream of long time!
Wan anii dadhabe kessa tokko kijiba uuuuuuuuuffffff kijiba
Wan anii dadhabe kessa tokko kijiba uuuuuuuuuffffff kijiba.
Jajaabee Loltuu Billisumaa Bubbuuqissa Humna Gabrumaa.Jajjaabate Lolaa Oromoon Injifaanoon Galuun Baraanumaa.
Jajabadha isin cina jira
Yoon kun dhuuga ta’ee Abjuun ummaata keenya ni dhuugomaa garuu maal akkaan jedhuu hin beeku yoo dhuugumaa ta’ee.