• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12 Addan Citeera

1 Comment
 30 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


Qormaatni biyyoolessaaQormaatni Biyyoolessaa Addan Citeera!

Qormaatni biyyoolessa kutaa 12 addaan cituunsaa biiroo Ministera Barnoota Biyyoolessaa ibsanii jiru. Qormaanni torbaan kana raawwatamuuf kan karoorfame yoo ta’u, guyyaa har’a dirqii dhan akka addaan dhaabbatu taasifameera.

qormaatni

Qormaata Engliffaa Kutaa 12

Guyyaa kaleessaa, marsaalee Interneeta fi kan hawaasa kannen akka Facebook, Twitter, Whatsapp fi kannen biroos qormaatni faffaca’amee ture. Sababaa kanaan walqabateen qormaatni biyyoolessaa walumagalattii akka citu taasifameera. Qormaata fafaca’e keessa, kanneen akka Afaan Engliffaa, Herregaa, Sayansii, fi kanneen biroos midiyaale hawaasumma irratti argame.
Baratootni fi barsiisotni naanno Oromiyaa qormaata bara kanaa guyyaansaa akka dabarfamu iyyannoo kan dabarsan yoo ta’u, deebii gama biiroo Minesteraa Barnoota argame hin jiru. Sababaa mormii waa’e MastarPlaanii fi Gaaffii Abbaa Biyyuummaan kan walqabateen ji’oota afurii’ol manneen barnoota naannoo Oromiyaa cufamee ture. Baratoota naannoo Oromiyaatif qormaata bara kanaa akka sirrii hin taane ibsuu yaalamuus qormaanni kutaa 12 akka itti fufu taasimee ture. 

Ta’us garuu guyyaa har’a qormaata kutaa 12 waan miliqee faffaca’eef addan cituunsaa Biiroon Ministeraa ibsaa baasanii jiru. Baratoota fi barsiisota akkasumas maatisaaniis, Biiroo Ministeraa Barnootaa dhiifama gaafatanii jiru. Qormaanni kunii guyyaa biraa akka dabarfamu ajajamuus yoomitti akka dabarfamu guyyaansaa hin murteefamne. 

Odeefannoo dabalataaf Marsaa Xalayaa.com hordofaa!




Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada

    Share This


Related Posts


Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne – Xalayaa Jaalalaa
December 29, 2017

Warri Qubee Fide Warra Qubee Hudheen Bakka Bu’e
March 12, 2017

Afuura Harmee isa Dhumaa!!
January 27, 2017



1 Comment

Amba Muluna
9 years ago



Taanan Akkas…






Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa
 

Loading Comments...