• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Sirbi Haacaaluu Hundeessaa Maalan Jira Waggaa Tokkotti Rekordi Cabse!

0 Comment
 18 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...


Haacaaluu Hundeessaa Maalan JiraSirba Haacaaluu Hundeessaa Maalan Jira Rekordi Cabse!

Ji’a Waxabajjii waggaa darbe bara 2015 A.L.A sirbi Haacaaluu Hundeessaa, Maalan Jira kan jedhu bifa ammayyaatin klippi dhan hojjetamuunsaa niyaadatama. Guyyaa har’a sirbi kun erga qilleensarra oole wagga tokko guuteera. Wagga tokko keessatti sirbi Afaan Oromoo namoota miliyoona olii kan daawwatame yeroo jalqabaaf sirba Haacaaluu Hundeessa dha. Yeroo Kanattii marsaa Youtube irratti sirbi Maalan Jira walumagalattii namoota miliyoona 2 oliitu daawwatee ittin bohaare.

Sirbi kun dinqisiifatoota fi taajjabdoota hedduun kan jaalatame yoo ta’u wagga dhuma tokko keessatti badhaasa DireTube Music Award kan argatees beekamera. Qopheessaa klippii Maalan Jira Obbo. Amansiisaa Ifaa badhaasa DireTube Music Award irratti akka dayirektariittis badhaafamee ture. 

Maalree sirba Hacaaluu Hundeessaa waggaa tokkoffaasaa kabajuun guyyaa har’a sirba Maalan Jira isiin afeeru barbaanne. Daawwatoota fi hordoftoota marsariitii Xalayaa.com hundumtu keessan Sanbata gaari isiniin jechaa sirba Haacaaluu Hundeessa Maalan Jiraan bohaara!

Hora Bula!

Waliif Hiraa:

  • Tweet

Related

Yaada

    Share This





Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa
 

Loading Comments...