Maqaa Nuuf Moggaasaa!!
Toora sab-himaa (Social Media) kanneen akka Facebook, Whatsapp, Viber irratti suura daa’ima reefu dhalate kan maxxanfamu arguu keessan hin oolu. Namootni baayye suura daa’ima wajjiin barruu gabaaba jalattii barreesani maxxansu argina. Kunis…”Maqaa naaf Moggaasa” jecha jedhu dha. Akka aada Oromootti kan daa’ima maqaa moggaasu abba dha waan ta’ef kanneen gaaffi akkasii ummatatti dhiheessitan adaraa akka ofqusattan isiin gaafanna. Kun kabajaa ofiif qabdu gadii xiqeessu dha waan ta’efi. Tari, kanneen maqaa itti moggaasu wallaale maqaa Oromoo babbareeda eessaa fidna kan jettan yoo jiraate ta’e, kuno maqaalee babbareeda akkas akkasii qabna! Fuulduraaf hiika maqaalee kanneen wajjiin isiniif tarreesina.
Qubee isinitti tolu cuqaasa:
A B C D E F G H I J K L M N O Q R S T U W X Y
Maqaalee Qubee – A
Aagaa, Aagituu, Aannanee, Aanaani, Aana, Aantuu, Abbayaa, Abboomaa, Abdannee, Abdataa, Abdattuu, Abdii, Abdiiwaaq, Abdiisaa, Abdiishee, Addunyaa, Adii, Aduu, Akkakoo, Akkasaa, Akkashee, Amanuu, Amantee, Amantii, Amiidoo, Ammayyuu, Anaan, Aannanii, Angaasaa, Angaatuu, Angaasu, Araaree, Araarsoo Araarssa, Arggaa, Argituu, Argataa, Arfaasa, Askoo, Atimoo’i, Ayyaanaa, Ayyaanoo, Ayyaantuu, Ayyittii,…
Maqaalee Qubee – B
Baacaa, Baaccuu, Badhaadhaa, Badhaanee, Badhaasaa, Badhaatuu, Bagudaa, Bakaree, Bakkashee, Bal’aa, Bantii, Bareedduu, Barii, Barrisee, Barsiisaa, Bashaadduu, Bashaanee, Bashaatuu, Beekaa, Beekan, Beekumaa, Beenyaa, Biiftuu, Bilisee, Bilisummaa, Biqilaa, Biqiltuu, Birakee, Bilillee, Birmadummaa, Birrituu, Bilisummaa, Bisoo, Biyyaa, Bonaa, Boonaa, Boonsaa, Boodanaa, Boobbaassa, Bookkanaa, Bokku, Bookissa, Boonii, Boonsaa, Bonsituu, Boontuu, Booraa, Booranee, Bor-tolti, Bulanii, Bulchaa, Bulee, Bulee-caalaa, Bulii, Bullukoo, Bultiiwaaqashee, Bultuu, Burqaa, Burqituu,
Maqaalee Qubee – C
Caalaa, Caaltuu, Calqituu, Camadaa, Caalchisaa, Cabbii, Cabbiwaq, Cangaree, Carraa, Carcarr, Camssa, Cimdeessa, Ciimtuu, CimCorqaa, Choora…
Maqaalee Qubee – D
Daawwitii, Dabalaa, Dabalee, Dadhiituu, Dambalee, Dammakoo, Dammaqsaa, Dammasaakeetii, Dammashee, Dammee, Damma, Dammitu, Dammasa, Daangulee, Dandanaa, Danbooba, Dandeessuu, Dandeetti, Dangalaa, Daraaraa, Daraarttu, Daawwe, Deebii, Deebiitu, Deebu, Dheeressaa, Dhibbaa, Dhiinsaa, Dhufeeraa, Dhuftteeti, Dhugaasaa, Dhungoo, Dibaabaa, Dibaabee, Didaa, Diggaa, Diimaa, Diimee, Diinqaa, Diinquu, Dinqituu, Diinqisaa, Dinqiishee, Dinaa’ol Doi’ii, Dorgee, Dorrobii, Dummeetti, Dungoo, Durreettii, Dureessa, Dunffaa, Duullaa, Duulii, …
Maqaalee Qubee – E
Eebbaa, Eebbisaa, Eebbisee, Eebbawaq, Eebbarabbii, Eejjata, Eejjetuu, Eelwaaq…
Maqaalee Qubee – F
Faayaa, Fakkii, Fala, Fayyeeraa, Fayyisaa, Fayyisee, Fedhii, Fedhiiwak, Feenaan, Feeneet, Feeneetii, Feeti, Fiixee, Fiixumaa, Firaa’ol, Firaa, Firasaa, Fireewak, Firoomsaa, Firoomtu, Firooma, Firumma, Firiikoo, Fila, Filtuu, Filasaa, Filuu, Fufaa, Fufee, Furaa, Furtuusaa, Furii, Fufii, Fuula,
Maqaalee Qubee – G
Gaaddisaa, Gaalloo, Gaanfuree, Gaangul, Gadaa, Gadaadaraartuu, Gaaddise, Galaanaa, Galataa, Galgalee, Galgaloo, Gammachis, Gammachuu, Gammadee, Ganamee, Ganamoo, Garbaa, Garoomssa, Gaayo, Gidaadaa, Giiftii, Gishuu, Godee, Goobanaa, Godaana, Guddaa, Guddataa, Guddattuu, Guddinaa, Guddisaa, Gurbaa, Gurmeessaa, Gurmuu, Gurraacha, Gurraacho, Guutaa, Guutamaa, Guutuu, Guute, Guyyoo, Guyye Guyyaa…
Maqaalee Qubee – H
Haawwanii, Hacaaluu, Hambaa, Hambisee, Hankoo, Harmee, Hawaas, Hawwii, Hawwinee, Hawwiisaa, Hirphaa, Hirphaasaa, Hirphee, Hiraa, Hiree, Hirookoo, Hireekoo, Hireesaa, Hireewaaq, Horaa, Hordoofaa, Hortuu, Hoorruu, Hundarraa, Hundee, Hundeesituu, Hundeessa, Hundumaa…
Maqaalee Qubee – I
Ibsaa, Ibsituu, Iddoosaa, Iddooshee, Ifa’iftuu, Ifaawak, Iftuu, ifaasaa, Ifnaan, Iftahii, Irranaa, Irranee, Ittaanaa, Ittafaa, Itittuu, Isaafiis,…
Maqaalee Qubee – J
Jaagamaa, Jaalallee, Jaalalii, Jaalannee,Jaalataa, Jaamboo,Jabeessaa, Jajanii, Jifaar, Jigsaa, Jiituu,Jootee, Jorgee,
Maqaalee Qubee – K
Kanarraa, Kanbaraa, Kanhiriyyaa, Kankoo, Kanawwiin,Karoorsaa, Keelloo, Kennaa,Kennaakee, Kee’an, Kiilolee, Kiyyaa, Koo-keet, Kooraa, Koorsaa, , Kookeeti, Keeraaji, Keemartii, Ketoraan, Koortuu, Kumashii, Kumee, Kummarraa, Kumalaa, Kumsaa, Kuma, Kumsaaboontuu, Kuulanii,
Maqaalee Qubee – L
Laalii, Lalisee, Laallisttuu, Lammeesaa, Lammii ,Lammummaa, Leelloo, Leencoo, Leensaa, Leensee, Liiban, Lookoo, Luucee, Lammiiyaad,
Maqaalee Qubee – M
Mo’eeraa, Macheessaa, Magarsaa, Magartuu, Malaa-mali, Malkaa, Maqaasaa, Mararaa, Marartuu, Margaa, Marii’ol, Marsiimo’I, Masaraa, Masoo, Maatiinol, Meecaa, Meetii, Meeroobi, , Meelaal, Midhaqsaa, Midhaqsee, Miindaa’ol, Milkii, Milkiisaa, Missiree, Moosisaa, Mootii, Moo’iboon Murtii….,
Maqaalee Qubee – N
Naa’omi, Nadhanii, Nadhii, Nagaasaa, Nagaasee, Nagaraa, Nagarii, Nagaroo, Nagawoo, Nammarraa, Naa’ol, Nuurfataa, Niimoonaa, Naroobii Naanaati, Naa’ol, Naabooni, Naa’ilii, Naabeeki, Naafsiif, Naafiis, Naamo’ii, Nuftaat,,…
Maqaalee Qubee – O
Obsaa, Obsee, Ofirraa, Olaanaa, Olyaad, Oliyaad, Olqaba, Onnekoo, Ooleera, Olcaala,…
Maqaalee Qubee – Q
Qabataa, Qabbanee, Qananii, Qananiisaa, Qalloo, Qaqqabaa, Qarneessaa, Qeeransoo, Qondaalee, Quufaa,…
Maqaalee Qubee – R
Rabbirraa, Raaji, Roobaa, Roobeeraa, Roobalee, Roobe, Roorrisa, Roobdhu, Roobsan
Maqaalee Qubee – S
Saami, Sabboonaatuu, Saffii, Saffisaa, Sanbatee, Sarbeessaa, Sardaa, Seenaa, Seenaasaa, Seenaa’ol, Shoraa, Shuree, Sibiraati, Siifan, Siifiis, Siitinaa, Simboo, Sinboo, Siinboonee, Singitan, Soolanee, Sooranee, Soorettii, Suraanee
Maqaalee Qubee – T
Taanaan Taliilaa, Taliilee,Tokkaatuu, Tokkummaa, Tolaa, Tolasaa, Tolashee,Tolarabbi, Tolawaaq, Toleeraa, Toltuu, Tufaa, Tulluu, Tumee, Turaa, Turee, Tuuchoo,Tuulamaa
Maqaalee Qubee – U
Urgeessaa, Urjii, Ushii, Utuu, Utubaa, Ulfaata, Ufftahii,….
Maqaalee Qubee – W
Waaqasaa, Waaqgashee, Waaqjedhaa,Waaqjiraa, Waaqtolee, Waaqtola, Waaqwayyaa, Walalii, Waaqgaarii, Warqee, Wayyeessaa, Wayyeeraa, Wayyarabbii, Walabummaa,
Maqaalee Qubee – X (kan hafee dabalaa)
Xaafaa,…
Maqaalee Qubee – Y
Yaadanii, Yaadessaa, Yaachisaa
_________
Maqaalee hafaniis hedduu dha kanneen hin barreefamiin Comment asii gadiitti nuuf barreessa!
11 Comments
Yaada gaarii fi Maqaalee Oromoo gaarii nuuf eertaniif guddaa galatoomaa!
Fileebar, Atinaan, Atisiin, Heeraan , Seeraan,..jechooni babareedan hiika gagaarii qaban hundi maqaa ni tahu ja’eetin yaada afaan oromoo bal’aa waan taheef yo dogongore na sirreessa
Fileebar, Atinaan, Atisiin, Heeraan , Seeraan,Naanahi,Naanaatuu,Naatoli,Sirkannaan,Siitolee,jechooni babareedan hiika gagaarii qaban hundi maqaa ni tahu ja’eetin yaada afaan oromoo bal’aa waan taheef yo dogongore na sirreessa
Guddoo galatoma
Yomillee, raawwii, milkiyaas, sololiya, sorsaa, sayyoo, kallacha, borana, wadaay, Ayaagee, beerroo, mojoo, daadhii, baalamii……..heeddutu jira
galata gudda qabdani lamiwan kiya
HEDDUU NAMATTI TOLA.ANI IJOOLLEE SADI QABA.ISIIN DURAA HAWWII MARGAA,EEBBISEE MARGAA FI EEBBISAA MARGAA ASAFAA TURAAT
baayyee galatoomaa maqaan ummata Oromoo hedduudha baressinee fixuu kan danda’amuu miti ka’umsaaf waan isin barressitan ga’adha…
z irraa kan ka’u hoo?
Leellisa jechuun maaljechuudha me namooota tokko tokko yaada garaagara qaabu atiime natii himi/naf bareessi
gudda galatooma