• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Seenaa fi Aada" (Page 2)

Seenaa fi Aada

Seenaa Ajaa’iba Obbo. SIBIILOO KENNOO[PHD Candidate] – Xalayaa Seenaa


2 Comments
 12 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Seenaa Obbo. SIBIILOO KENNOO Abdiisaa B.Jaarraa Maqaan isaa Sibiiloo Kennoo(Kaadhimamaa PHD) Jedhama. Sibiiloon Abbaasaa Kennoo Nuuree fi Haadhasaa Qexii Cawwichaa irraa bara 1978 A.L.A, Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo, Ganda Tulluu Leencaatti dhaalate. Sibiiloon, akkuma hedduu keenyaa Ijoollee...

Guutu dubbisi →
1 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 51 vote, average: 5.00 out of 5


Ilma Koo Okkotee Soofeen Guddise


4 Comments
 11 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Yaa Ilmoo koo isan hudduu Okkotee soofee guddisee! Odaa Gurreetin Ani Angaatuun jedhama. Warri ollaa fi namoonni na beekan marti ''Harmee'' jedhanii na waamu. Sababni isaas kan na harkaa nyaatee, dhugee beela hin bahiin hin jru. Qabaadheef miti garuu ishuman qaburraa garaa takkaa namatti hin jabaadhu. Ani...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 5


Gabrummaa Gara Giiftummaa – Seenaa Intala Oromoo bara 1837


21 Comments
 07 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Gabrummaa Gara Giiftummaa Ummata hedduu biratti keessattu ummata Oromoo biratti seenaa intala Oromoo tokko jaarra 19ffaa keessatti akka gabratti biyyaa Jaarmanii kan geefamteetu dubbatama. Seenan kunii namoota hedduu biratii dhageetii guddaa qabaatus, kanneen seenaan kun dhugaa ta’usaa kan shakkan...

Guutu dubbisi →
31 votes, average: 3.35 out of 531 votes, average: 3.35 out of 531 votes, average: 3.35 out of 531 votes, average: 3.35 out of 531 votes, average: 3.35 out of 5


Daa’ima Keenya Maqaa Moggaasu Dadhabne. Maqaa Nuuf Moggaasa!


11 Comments
 01 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Maqaa Nuuf Moggaasaa!! Toora sab-himaa (Social Media) kanneen akka Facebook, Whatsapp, Viber irratti suura daa’ima reefu dhalate kan maxxanfamu arguu keessan hin oolu. Namootni baayye suura daa’ima wajjiin barruu gabaaba jalattii barreesani maxxansu argina. Kunis...”Maqaa naaf Moggaasa” jecha...

Guutu dubbisi →
17 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 517 votes, average: 3.12 out of 5


Aadaa Fuudhaafi Heeruma Oromoota Arsii


3 Comments
 21 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Maammiltoota keenyarra! Gurraandhala 21, 2016. Akka raasee dhibee mataan kee Akkii baasu dhibee abbaan kee Osho moolle heerumnni hin oollee!   Jedha Oromootni Arsii (Baale fi Diida'a) yeroon cidhaaf gaggeessan. Nutiis waa malee mitii kan weeddu kana isiniif tarreesine....

Guutu dubbisi →
11 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 511 votes, average: 3.27 out of 5


Abune Pheexiroos (Magarsa Badhaasa) Eenyu Ture? Dhuguma innii Oromoo dha?


6 Comments
 08 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Oromticha Qulqulluu Jaarraa 20ffaa- Wareegamaa Qulqulluu Abune Pheexiroos “Gammachuu cubbuudhaan argamu irra uummata Waqaayyoo waliin gadadoo arguu filate” Ibroota 11:25 Bara 1875 Fichee Salaaletti maatii qote bulaa irraa dhalatan. Warri isaanii irraa dhalatanis gama abbaatiin warra Badhaasaa...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 5.00 out of 52 votes, average: 5.00 out of 52 votes, average: 5.00 out of 52 votes, average: 5.00 out of 52 votes, average: 5.00 out of 5


Seenaa Mohammed Husseen Al Amoud


4 Comments
 07 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Seenaa Mohammed Husseen Al Amoudi Gur 07, 2016 Maqaansaa Mohammed Hussein Al Amoudi jedhama. Abbansaa Hajj Husseein Al Amoudi fi Haatii isaa aadde Weyzeero Ruqiyaa Mohammed Yaassin jedhaman. Abbaansa araba lammii Saudi Arabiyaa yemmuu ta’uu haati immo Habashaa lammii Itoophiyaa dha. Abbaansaa...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 5


12



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa