• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Posts tagged "Afaan Oromoo"

Afaan Oromoo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne – Xalayaa Jaalalaa


13 Comments
 29 Dec 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne. (Maammilaa Keenyarraa) Nageenyii koo isheen onnee koo ishee akka malee sijaalaturra burqitee bakka atii jirtutti siyaa dhaqabuu! Akkam Jirta jaalallee koo Dureessa? Nagaa keetii? Ani waaqaf haa galatu, rokkoo tokkoo hin qabu fayyaa dha. Akkam Ati? Jiruuf...

Guutu dubbisi →
93 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 5


Warri Qubee Fide Warra Qubee Hudheen Bakka Bu’e


3 Comments
 12 Mar 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Warri Qubee Fide Warra Qubee Hudheen Bakka Bu’e ~Simarsan Sabni tokko saba guutuu ta’ee jiraachuuf waan hedduutu isa barbaachisa. Fakkeenyaaf,akka Sabaatti sabni tokko Afaan mataasaa kan dubbatu qabaachuu qaba. Afaan qabaachuu qofa osoo hin taane Afaansaa sana guddisuu fi gara Afaan hojii,barnootaa,qorannoo...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 4.00 out of 57 votes, average: 4.00 out of 57 votes, average: 4.00 out of 57 votes, average: 4.00 out of 57 votes, average: 4.00 out of 5


Afuura Harmee isa Dhumaa!!


2 Comments
 27 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Afuura Harmee isa Dhumaa ~Odaa Gurree-tiin Ani mucaa hangafaa ti. Obboleettii koo ishee xiqqoo faana waggaa lama qofa wal caalla. Kan dhalannee guddanne Oromiyaa Lixaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa, baadiyyaa keessatti. Akkuma dhala qote bulaa kamuu guddatutti dhalannee jireenya baadiyyaa dhamdhamuu eegallee...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 3.00 out of 57 votes, average: 3.00 out of 57 votes, average: 3.00 out of 57 votes, average: 3.00 out of 57 votes, average: 3.00 out of 5


Faayidaa Waa Dubbisuu – Beekan Gulummaa Irraanaa-tiin


2 Comments
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

FAAYIDAA DUBBISUU!! ~Beekaan Gulummaa Irraanaa “Inni ‘Maannew’ jennaan Ani maal inniin jedhe Afaan keenya waldhabe Akka qadaada qabee”… .....jedha uummanni naannoon ani itti dhaladhee yeroo Nafxanyaa naannoosaa qubatte qeequ... Yaa Uummata Oromoo, har’a waanan dubbisaa ooleef faayidaan...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 5


MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE!


1 Comment
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE! ~Odaa Gurree Seenaan koo akkana yaa lammiiwwan koo. Ani maqaan koo Baatiree Gannaalaan jedhama. Aanaa Baakkoo Tibbee, Magaala Laga Dhoqqee(Tibbeen) dhaladhe. Hamman dhaladhee mooyyee tarkaanfadhutti jiruu fi jireenyuma maatiin itti na jiraachisan keessan jiraadhe....

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


Sii Hinaafsisuuf kan Biraa Jaaladhee


2 Comments
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiifama naa godhii Mangee koo Akkam fayyaa jirta? Nagaa keeti? Jaalallee koo kan akka lubbuu kootitti sijaaladhu Mangistuu dhaaf. Mangee koo, jaalallee koo yeroon sin jedhuu sitti hin bitaacha'iin. Ani har'as baayyen sijaaladha. Akkamitti najaalatta nan hin jedhiin. Kun sammuu koo na dhukkubsa. Mangee...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


[Yeroo Dhiyootti] Filmii Afaan Oromoo – Daandii Wal-Maraa


6 Comments
 24 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Daandii Wal-Maraa Filmii Haara Daandii Wal-Maraa yeroo dhiyootti ebbifamuuf qophiisaa xumuratee jira. Barreessaa filmichaa Obbo. Amaanu'eel Adimaasu Garoo yoo ta'u qindeessaa ykn daayiraktariin Obbo. Qalbeessaa Magarsaa dha. Filmiin kun filmoota biroorra adda kan taasisuu namootni irratti hirmaatan...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 58 votes, average: 4.63 out of 5


XUURII – Asoosama Gabaaba Kutaa 1ffaa


14 Comments
 05 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xuurii ~Odaa Gurree-tiin  Xuuriin ganama bariin ka'eera har'a. Yeroo durii caalaa ganamfatee jira. Waqtiin isaa birraa waan ta'eef qorri ganamaa sun fuularraa namatti ''shuuuuu…fuf..fuf..'' jedha. Gurratti nama asaasa. Innis fooxaasaa mana hidhaa Jaatootti abbaansaa waggaa dura dhahee harmeesaatti...

Guutu dubbisi →
26 votes, average: 3.15 out of 526 votes, average: 3.15 out of 526 votes, average: 3.15 out of 526 votes, average: 3.15 out of 526 votes, average: 3.15 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Tuqaalee 9 Kan Moluu Ofirraa Ittisuu Dandeenyu! 


9 Comments
 05 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MOLUU (BALDING) OFIRRAA ITTISUU DANDEENYA! Wantootni dargaggoota sodaachisu keessa inni tokko mataa moluu qabaachu dha. Keessattuu dargaggootni utuu umriinsaani ol hin guddatiin kan rifeensi mataan sutee molaa'u. Rakkoo rifeensa mataa namarra sutu kana akkaata ittii gaababsinee ittisnuutu jira....

Guutu dubbisi →
13 votes, average: 3.46 out of 513 votes, average: 3.46 out of 513 votes, average: 3.46 out of 513 votes, average: 3.46 out of 513 votes, average: 3.46 out of 5


Seenaa Gooticha Oromoo Abdiisaa Aagaa


5 Comments
 03 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Seenaa Dinqisiisaa- Abdiisaa Aagaa ~Odaa Gurree Abdiisaa Aagaa bara 1928 bara weerarsa Xaaliyaanii booji’amee gara biyya Xaaliyaanii erga geeffameen booda uffata qorraa tatarsaasee walitti fo’uudhaan mana hidhaa warra Xaaliyaanii keessaa of baasuun nama biyya sana keessatti tapha gootummaa dinqisiisoo...

Guutu dubbisi →
21 votes, average: 2.81 out of 521 votes, average: 2.81 out of 521 votes, average: 2.81 out of 521 votes, average: 2.81 out of 521 votes, average: 2.81 out of 5


12345



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa