• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Posts tagged "Xalayaa Jaalalaa" (Page 2)

Xalayaa Jaalalaa

Ilmoo Naratti Gattee Biyyaa Alaa Deemte


0 Comment
 30 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Ilmoo Kee narratti gattee deemte Akkam naaf jirta? Jireenyi badhaadha? Rabbiif galata guddaa haa ta'uti nagaan koo jira. Seena jaalala miyaawa keessa waliin dabarsine hardha maal dhageesse yaadan deddeebite garaa koo nabooresituus obseeto jiraachurra kan hafee anii nagaa kooti. Hawaa jaalala dhugaa...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 5


MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE!


1 Comment
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE! ~Odaa Gurree Seenaan koo akkana yaa lammiiwwan koo. Ani maqaan koo Baatiree Gannaalaan jedhama. Aanaa Baakkoo Tibbee, Magaala Laga Dhoqqee(Tibbeen) dhaladhe. Hamman dhaladhee mooyyee tarkaanfadhutti jiruu fi jireenyuma maatiin itti na jiraachisan keessan jiraadhe....

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


Sii Hinaafsisuuf kan Biraa Jaaladhee


2 Comments
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiifama naa godhii Mangee koo Akkam fayyaa jirta? Nagaa keeti? Jaalallee koo kan akka lubbuu kootitti sijaaladhu Mangistuu dhaaf. Mangee koo, jaalallee koo yeroon sin jedhuu sitti hin bitaacha'iin. Ani har'as baayyen sijaaladha. Akkamitti najaalatta nan hin jedhiin. Kun sammuu koo na dhukkubsa. Mangee...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! – Xalayaa Jaalalaa


8 Comments
 09 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! Addunyaan ganna tokko taate jedhame waa'e globalisation fi lafa fageenya technology weeyta ka'u, yaada koo kalamaan waraqaa irratti tarreesse siif barreessun sodaadhe. "Maal isheen? hin qaroomtu?" jettee waan yaaddu natti fakkaata waan tureef. Hardha garuu,...

Guutu dubbisi →
27 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 5


Facebook Kaadhima koo Na Dhabsiise!


7 Comments
 18 Jul 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Facebook Kaadhima koo Na Dhabsiise! Anaan ilaala adabadha taa'aa!  Baay'ee kan na jaalatu, barnoota koo akkan baradhuuf kan na gargaare, nama garaansaa taliila bishaani caalu, gara laafessaa fi nama hedduu gaarii ture. Wagga sadan har'aa guyyaa abaaramtuu tokko lamaan keenyayyuu Facebook bananne.Ani...

Guutu dubbisi →
12 votes, average: 3.33 out of 512 votes, average: 3.33 out of 512 votes, average: 3.33 out of 512 votes, average: 3.33 out of 512 votes, average: 3.33 out of 5


XALAYAA JAALALAA BARATAAN OROMOO POOLISOOTA OROMIYAATIIF BARREESSAN!


4 Comments
 01 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

XALAYAA JAALALAA BARATAAN OROMOO POOLISOOTA OROMIYAATIIF BARREESSAN!  Isin haa ga'u nagaan koo inni kabajaa fi jaalalaa kabajamtoota obboloota koo hiree jiruu keessanii taanaan Komiishinii Poolisii Oromiyaatti sadarkaa fi gulantaa garaa garaa ( miseensa poolisii leexaa irraa hanga komiishinara...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 3.57 out of 57 votes, average: 3.57 out of 57 votes, average: 3.57 out of 57 votes, average: 3.57 out of 57 votes, average: 3.57 out of 5


Sababaa Ilma argachuu dhabuu kiyyaaf Nadhiiste


5 Comments
 29 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Ilma dhabuu kiyyaaf nan hiikte! Yeroo mara gaafa wal barre sana fi akkaata wal barre yaada. Namnii jireenya koo gara fuuldura akasittan jiraadha yookan haala akkasiitin jiraadha jedhee hin murteessu. Aniis siwaliin wal fuune jiraanna jedhee abjuu baddee yaade hin beeku. Garuu hin ta'ee!! Mohamed,...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 4.50 out of 54 votes, average: 4.50 out of 54 votes, average: 4.50 out of 54 votes, average: 4.50 out of 54 votes, average: 4.50 out of 5


Jireenya Koo Hin Diigin! Nama Lama al Takka Jaalachuu Hin Danda’u!


3 Comments
 13 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Jireenya koo hin diigiin! Nagaan koo lafuma ati jirtuttii sii haa ga'u. "Nagaan koo bakkuma atii jirtuttii sii haa ga'u", yeroon sin jedhu jaalalaf kabajaa siif qabu siif ibsuu osoon taane, nama maraafu waan anii nagaa hawwuuf an nagaa siif hawwee. Akkam jirta sin jechuu hin barbaaduu!! Yeroo mara bilbiltee...

Guutu dubbisi →
6 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 5


Maaliif Muka Kolfaa Na Goote?


2 Comments
 11 Jun 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Maaliif Muka Kolfaa Na Goote? Odaa Gurree-tiin Haa ga'u nagaan koo yaa Dammee koo Dammituu damma daamuu koo. Akkami ati nagaa dha? Manni fi bultiin ati ijaarte sii ta'ee? Ati garuu erga na gantee sokkitee ani rakkataan kee rakkoo fi salphina koo qabadheen nan sii jira kunoo. Maal abbasaa maalan...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 3.00 out of 54 votes, average: 3.00 out of 54 votes, average: 3.00 out of 54 votes, average: 3.00 out of 54 votes, average: 3.00 out of 5


Xurii Miilaa kee qulqulleessuun koo xuraawummaa dha?


9 Comments
 07 Jun 2016   Kan maxxanse Odaa Gurree

Xurii Miilaa kee qulqulleessuun koo xuraawummaa dha? Odaa Gurree-tiin Ani maqaan koo Yeroosheen jedhama. Maqaa haatii fi abbaan koo naa baasan maqaan hedduu jaaladhu dha. Kanan dhaladhe qarqara magaala Finfinnee Laga Xaafootti.Yommuu ani ijoollee naannoon keenya sun iddoo magariisa miidhagaa irra...

Guutu dubbisi →
10 votes, average: 4.00 out of 510 votes, average: 4.00 out of 510 votes, average: 4.00 out of 510 votes, average: 4.00 out of 510 votes, average: 4.00 out of 5


123



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa