• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Walaloo fi Afoola / Archive by category "Walaloo"

Walaloo

KAM WAYYA?! – Walaloo Afaan Oromoo


6 Comments
 17 Dec 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Kam Wayya Kuun achii walqooda, Inn' asiis walhooda, Nat' caalaa lallaba, dhugaa malee deema?, natu dhugaa qabaa sagal nutti hima, jiruu waldhorkee kobaa kobaa gooba, gurmuu kootu caalaa afaanin garmaama, keenya gaaffiin durii hanga har'aa rom'a, isa kamtu korma!?... _________________ Walaloo...

Guutu dubbisi →
23 votes, average: 2.70 out of 523 votes, average: 2.70 out of 523 votes, average: 2.70 out of 523 votes, average: 2.70 out of 523 votes, average: 2.70 out of 5


Beenu Sin Gabbaruu – Walaloo Jaalalaa


12 Comments
 08 Jul 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Beenu Sin Gabbaruu Waraansa jecha namaa waliin dabarsinee Nuti addaan hin baanu jennee wal abdannee Hiriyaa jaalalaa walfaana kan kaane Addaan osoo hin bahin kan waliin guddanne Hololaaf hamiidhaaf iddoo kan hin laanne Rakkoof dararama waliin dandamannee Kunoo hanga har'aatti kan waliin jiraanne Har'a...

Guutu dubbisi →
82 votes, average: 2.90 out of 582 votes, average: 2.90 out of 582 votes, average: 2.90 out of 582 votes, average: 2.90 out of 582 votes, average: 2.90 out of 5


[Walaloo Ajaa’iba] Dhabee Bituu Hin Wallaalle Jaalala Keetu Nattii Caale


22 Comments
 09 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Naa'ol Abba-Firrisaatin Siwaliin gubadhee Siwaliin dhiitamee Waliin fiigne Waliin cabnee Nattii rarraatte Aniis sittii rarra'ee Nattii maxxanttee Aniis sittii maxxanee Hin ulfaatta jettee nan ceephine Ba'aan koo sittii tolee Siwaliin mixii biyyee nyaachisee Udaan sareefi kan nama...

Guutu dubbisi →
47 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 547 votes, average: 2.79 out of 5





Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa