Kam Wayya
Kuun achii walqooda,
Inn’ asiis walhooda,
Nat’ caalaa lallaba,
dhugaa malee deema?,
natu dhugaa qabaa
sagal nutti hima,
jiruu waldhorkee
kobaa kobaa gooba,
gurmuu kootu caalaa
afaanin garmaama,
keenya gaaffiin durii
hanga har’aa rom’a,
isa kamtu korma!?…
_________________
Walaloo Afaan Oromoo hordoftoota keenyarra nuuf ergame.
6 Comments
qalamni ke ha burqu nu jiradhu dhuga jette
wal shaakuun beddeen nu dhorkaattee alaa nu bulchitee lafaa abba korraatii dirqqamnii nu gahee kan dhugaa bulu, kan qufee bulu kan biraa dhugaa dhabnee waliin shakiinuu dhisii faalmii wal shakuu oso tanee falmii qamaa seerummaa.qabduu haa tatuu
Nu jirradhuu qerroo too
baay`ee namati tola
akkamitti
Ati eenyu kan kana barresite silki ke na ergi walbarra I LOVE YOU!