• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Xalayaa"

Xalayaa

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.


1 Comment
 23 Jun 2018   Kan maxxanse Naa'ol

Boombii Walatajjii irratti darbameGuyyaa har'a hiriira deeggarsa muumicha Ministeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimadiif Finfinnee keessa haala ho'adhaan gaggeefamee ture. Hiriira kanarratti sabaaf sablamootni biyya Itoophiyaa keessaa qallattii afranuun magaala Finfinnee addabaabbayi Masqalaa irratti argamuudhan...

Guutu dubbisi →
184 votes, average: 2.82 out of 5184 votes, average: 2.82 out of 5184 votes, average: 2.82 out of 5184 votes, average: 2.82 out of 5184 votes, average: 2.82 out of 5


Burqaa Imimmaan Koo


6 Comments
 26 May 2018   Kan maxxanse Naa'ol

Roobni waqtii arfaasaa itti roobee akka burqaa baddeessaa jalaa ganamaa fi galgala mirgisee taalila burquutti burqaan imimmaan koo burqa.Madaan keessa kootti akka ooyiruu arfaasaa qotamee bullaa’ee diimatee alatti ba’ee waan mul’atu natti fakkaata. Qotee bulaa qaxaleen osoo argee meesee...

Guutu dubbisi →
309 votes, average: 3.14 out of 5309 votes, average: 3.14 out of 5309 votes, average: 3.14 out of 5309 votes, average: 3.14 out of 5309 votes, average: 3.14 out of 5


Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne – Xalayaa Jaalalaa


13 Comments
 29 Dec 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne. (Maammilaa Keenyarraa) Nageenyii koo isheen onnee koo ishee akka malee sijaalaturra burqitee bakka atii jirtutti siyaa dhaqabuu! Akkam Jirta jaalallee koo Dureessa? Nagaa keetii? Ani waaqaf haa galatu, rokkoo tokkoo hin qabu fayyaa dha. Akkam Ati? Jiruuf...

Guutu dubbisi →
93 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 593 votes, average: 2.84 out of 5


Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse


8 Comments
 12 Dec 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Waanan godhu wallaale! Mala naa malaa Ganamoo Liibanin jedhama. Kan ani jiraadhu biyya Amerikaa magaalaa Chicago dha. Gidduu kana rakkoo tokkoti na mudatee jira. Rakkoo na mudate kanaaf gorsa akka naaf kennitan fedha. Erga biyya Amerikaa dhufee waggaa 6 ga’eera. Kanin biyya Amerikaa kana dhufes...

Guutu dubbisi →
35 votes, average: 3.77 out of 535 votes, average: 3.77 out of 535 votes, average: 3.77 out of 535 votes, average: 3.77 out of 535 votes, average: 3.77 out of 5


Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame


1 Comment
 05 Nov 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Alamuddiin Malamaltummaan Shakkamee Mohammad Alamuddiin dureessa fi abbaa qabeenya beekamaa biyya Itoophiyaa fi Saudi Arabiyaa keessatti kan beekamu guyyaa har'a mana hidhaatti galfameera. Bara kana biyyi Saudi Arabiyaa haaromsa gadii faggeenya gubbaa hamma jalatti haaromsaa jiru. Motiiwwan biyya...

Guutu dubbisi →
23 votes, average: 2.83 out of 523 votes, average: 2.83 out of 523 votes, average: 2.83 out of 523 votes, average: 2.83 out of 523 votes, average: 2.83 out of 5


[Oduu Amma Nu Ga’e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!


1 Comment
 30 Oct 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Obbo Baqqalaa Garbaa Wabiidhaan Ba'uufi Obbo Baqqalaa Garbaa mirgii wabiidhaan akka gadhiifamu milkiidhaan kabajameera. Abukaatoleen isaanii yeroo dheeradhaaf akka mirgii wabiidhan gadhiifamu milkaa'u baatus har'a manni murtii wabii qarshii kuma 30 akka kaffalamu murteessanii jiru. Seerri biyyyatti...

Guutu dubbisi →
21 votes, average: 3.24 out of 521 votes, average: 3.24 out of 521 votes, average: 3.24 out of 521 votes, average: 3.24 out of 521 votes, average: 3.24 out of 5


Oduu Amma Nu Ga’e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


4 Comments
 07 Oct 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiidhaan Aaangoo Gadii Lakkisee Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Af-yaa'ii mana maree bakka bu'oota ummataa guyyaa har'aa hojii isaa gama Federaalatiin fedhiidhaan gadii dhiisuu isaa gaazexaa Addis Standard gabaasaniiru. Maaddiin kun akka jedhuutti Obboo Abbaa Duulaan sababa...

Guutu dubbisi →
29 votes, average: 2.97 out of 529 votes, average: 2.97 out of 529 votes, average: 2.97 out of 529 votes, average: 2.97 out of 529 votes, average: 2.97 out of 5


Xalayaa Jaalallee koo Oromiyaadhaaf!


7 Comments
 08 Apr 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Xalayaa Jaalallee koo Oromiyaadhaaf! Hunda dura, si haa ga'u nagaan koo kan onnnee koo irraa madde Kan jaalalaa fi kan kabajaa. Akkam naaf jirta jaalallee koo? Ani jaalala keef jedhee ergan sirraa adda ba'ee kaasee, ganamaaf galgala waa'ee kee yaaduu, waa'ee kee dhiphachuu, fi waa'ee kee dhukkubsachuu...

Guutu dubbisi →
29 votes, average: 2.93 out of 529 votes, average: 2.93 out of 529 votes, average: 2.93 out of 529 votes, average: 2.93 out of 529 votes, average: 2.93 out of 5


Adaada Tiyyarra Jaalalli na Qabe!


6 Comments
 02 Apr 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Adaada Tiyyarra Jaalalli na Qabe! Maqaan kiyya Liiban Ahimad jedhama. Kaniin dhaladhee guddadhe Oromiyaa godina Baalee aana Gasgar magaala Gasgar jedhamutti dha. Ijoollummaa kiyyarra kaase hamma ofbaruutti magaala Gasgar keessatti maati koo waliin jiraacha ture. Barumsa kiyya kutaa 6ffaa gaafan...

Guutu dubbisi →
26 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 526 votes, average: 3.12 out of 5


Madaa Hin Qoorree


12 Comments
 31 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Madaa Hin Qoorree Namni jireenya isaa keessatti hin dogoggorre hin jiru. Haa ta'u malee, karaa nuyi itti dogoggorru Kan hunda keenyaa adda adda. Inni tokko dogoggora isaa irraa barata; inni tokko immoo dogoggora nama biraa irraa barata. Inni kaan immoo dogoggora isaa irraas haa ta'u; kan nama...

Guutu dubbisi →
33 votes, average: 3.48 out of 533 votes, average: 3.48 out of 533 votes, average: 3.48 out of 533 votes, average: 3.48 out of 533 votes, average: 3.48 out of 5


12345Next ›Last »



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa