• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Xalayaa Jaalalaa" (Page 2)

Xalayaa Jaalalaa

Wayyoo Nan Badee!! Natti Heerumte moo Ameerikatti Heerumte?!


5 Comments
 15 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Wayyoo Nan Badee!! Namicha tokkotu ture. Kutaa USA magaalaa Filoriidaa jiraata. Tilmaamaan umuriin isaa nama guddaadha. Umuriin isaa nama guddaa haa ta'u iyyu malee, gaa'ela hin dhaabbanne. Guyyaa tokko biyya Oromiyaatti galee fudhuuf murteeffate. Erga murteeffatee booda tikkeettii isaa kutatee xiyyaara...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 1.88 out of 58 votes, average: 1.88 out of 58 votes, average: 1.88 out of 58 votes, average: 1.88 out of 58 votes, average: 1.88 out of 5


As Cophxee Keen Dhabe, Asiin Jira Jedhii Garaa na Ciibsi!!


0 Comment
 14 Mar 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

As Cophxee keen dhabe! Ganama barii barraaqan ka'e barbaacha kee. Halkan deemtee fi guyyaa deemtee kee quba hin qabu. Ollaas gaafadhu deebii hin arganne. Hunduu akka durba manatti ulfooftee waa'ee kee na dhoksa. Anoo maali waansaa akka tasaa waa uumamee manatti ulfooftee dhokattee laata jedheen...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 2.57 out of 57 votes, average: 2.57 out of 57 votes, average: 2.57 out of 57 votes, average: 2.57 out of 57 votes, average: 2.57 out of 5


“Jaalala Laga nan Ceesifne Siwaliin Eegaleen Bishaan na Nyaate!”


2 Comments
 27 Feb 2017   Kan maxxanse Naa'ol

"Jaalala Laga nan Ceesifne Siwaliin Eegaleen Bishaan na Nyaate!" "Laftii abdatan sanyii nyaata, namnii abdatan waada nyaata" jedha mitii ree Oromoon. Wa'ee kee dubbii nan dhiisa yoon jedhu, sammuun koo na dirqisiisa. Kan atii narrattii raawwatte yoomuma keessa kooti hin badu. Godaanisa sammuu koo kan dhiba...

Guutu dubbisi →
17 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 5


Kaleessa Anatu Boo’e Har’a Situ Boo’a!!


7 Comments
 19 Feb 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Kaleessa natu boo'e har'a situ boo'a Maal haa godhu? Akka kee osoo hin ta'in akka Waaqa laale nagaan yoon eegale naa wayya. Akkam jirta? Nagaa keeti? Gocha atii narratti raawwatte yoon laale, waa'e kee mitii maqaa kee dha'uyyu baayye naqaanessa! Tari, ati maal akka nagoote hin dhagatta ta'a. Kanaaf...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


Nan Salphadhe!!


4 Comments
 17 Feb 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Nan Salphadhe!! Ani jireenya koo keessatti jaalala durbaa hedduun qaba. Isaanii alatti jiraachuun anaaf balaa guddoo dha. Durba bareedduu arge jechuun waraabessa harree arge caalaan gorora qal'oo roobsa. Egaa anoo ofumaan isaan jaaladha malee gaafachuu hedduu sodaadha. Hagan mana barumsaa sadarkaa...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 3.60 out of 55 votes, average: 3.60 out of 55 votes, average: 3.60 out of 55 votes, average: 3.60 out of 55 votes, average: 3.60 out of 5


Guyyaan Jaalalleewwanii Anaaf Guyyaan itti Lubbuu koo Dhabe dha!!


10 Comments
 14 Feb 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Waggaa Har'aan Lubbuu koo dhabe! Yaa firoota koo seenaa koo kana akka obsaan dubbiftan isiniin jechuun barbaada. Tarii namni seenaa akka kanaa dhaga'uu fi dhaggeeffachuu hin barbaadne jira jedhee hin yaadu. Ta'us waan ollaa ofiirra gaherraa waa barachuun gara fuula duraatti deemuun gaarii dha. Ani...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 3.50 out of 58 votes, average: 3.50 out of 58 votes, average: 3.50 out of 58 votes, average: 3.50 out of 58 votes, average: 3.50 out of 5


Ilmoo Naratti Gattee Biyyaa Alaa Deemte


0 Comment
 30 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Ilmoo Kee narratti gattee deemte Akkam naaf jirta? Jireenyi badhaadha? Rabbiif galata guddaa haa ta'uti nagaan koo jira. Seena jaalala miyaawa keessa waliin dabarsine hardha maal dhageesse yaadan deddeebite garaa koo nabooresituus obseeto jiraachurra kan hafee anii nagaa kooti. Hawaa jaalala dhugaa...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 5


MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE!


1 Comment
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

MANNI SHAAYII DUBBII NATTI DHALE! ~Odaa Gurree Seenaan koo akkana yaa lammiiwwan koo. Ani maqaan koo Baatiree Gannaalaan jedhama. Aanaa Baakkoo Tibbee, Magaala Laga Dhoqqee(Tibbeen) dhaladhe. Hamman dhaladhee mooyyee tarkaanfadhutti jiruu fi jireenyuma maatiin itti na jiraachisan keessan jiraadhe....

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


SHAGGEE WALIIN SAAWWA TIKSINEEN YAADE


0 Comment
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Odaa Gurree

Shaggee waliin saawwa tiksineen yaade ~Odaa Gurree Ani Likkaasaa jedhama amma biyya Germany Magaalaa Munich jiraadha. Jiruun baqaa silaa gadhee dha. Fuutee namaan joorti. Biyya koo Oromiyaa irraa dhiibbaa gabroomfataan osoo hin bahiin dura gaafa ijoollummaa Goodaa Haroo jedhamtu iddoo anii fi ijoolleen...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 55 votes, average: 2.40 out of 5


Sii Hinaafsisuuf kan Biraa Jaaladhee


2 Comments
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiifama naa godhii Mangee koo Akkam fayyaa jirta? Nagaa keeti? Jaalallee koo kan akka lubbuu kootitti sijaaladhu Mangistuu dhaaf. Mangee koo, jaalallee koo yeroon sin jedhuu sitti hin bitaacha'iin. Ani har'as baayyen sijaaladha. Akkamitti najaalatta nan hin jedhiin. Kun sammuu koo na dhukkubsa. Mangee...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


1234



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa