• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Xalayaa Jaalalaa" (Page 4)

Xalayaa Jaalalaa

Baayyeen Siyaade Tolaa Koo


2 Comments
 19 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Kanan hedduu jaaladhuu jaalallee koo Tolaa dhaf. Tolaa ko akkam naaf jirta? Fayyaa keeti? Haala atii keessa jirtu beeku baadhuus, yeroo mara akkan sijaaladhu siif ibsuun barbaada. Rabbii jedhee hanga ijaan wal arginee waan keessa garaa keenyya mari'aannuttii nu lamaanu jaalala nukeessa jiruu ukkamsinee...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 516 votes, average: 3.19 out of 5


Jaalattaniis Jibbitaniis Dhiirri Hunduu Sobdoota!


12 Comments
 14 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiirri Hunduu Sobdoota! Siwaliin wal baruu koo fi siwaliin jaalala calqabee waggaa dheera siwaliin jiraachu koo bara koo guutu nagubee akka hafu nattii dagahama. Nama ajaa'iba isiin warrii dhiira maalirra akka uumamtan hin beeku. Hedduun keessan sobdoota! Maaliif sobduu garuu? Qalbeessa, yeroo...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 3.25 out of 58 votes, average: 3.25 out of 58 votes, average: 3.25 out of 58 votes, average: 3.25 out of 58 votes, average: 3.25 out of 5


YAA ILMA DHIIRAA YOOMUMMAA DHUGAA DUBBATTAA LAATA?


3 Comments
 13 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiirrii Yoomuma Dhugaa Dubbataa Laata? Magaala Adaamatti kan argamu Yoonasif, Yooni koo akkam jirta nagaa keetii? Anii galata rabbiif haa toluu jira malan ta'a jetteeti. Yooni Gochaa garaa jabummaa kee yaadatta garuu? Maal yaadattas ati waanuma nama irraa dhalate natti hin fakkaatuu. Warri dhiira...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 3.75 out of 54 votes, average: 3.75 out of 54 votes, average: 3.75 out of 54 votes, average: 3.75 out of 54 votes, average: 3.75 out of 5


Haadha Koon Yaade!


3 Comments
 07 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Duraan dursee siihaa ga'uu nagaan koo kan onnerra madde. Harmee koo, jaalatamtu fi kabajamtu Akkam naa jirta? Anii mucaan kee nagaa siif qaba. Atii waan hundumaa kooti. Deesse koo, fayyaa keeti? Egaa haalli jireenyya sirra nafageesse jira. Deesse koo, fayyaa ta'uun kee anaaf jireenyya kooti. Ayyoo...

Guutu dubbisi →
18 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 518 votes, average: 3.61 out of 5


Lammiin si gaafata! Diraamaamoo fiilmii, Akkamiin amanna? – Walaloo


14 Comments
 15 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Nagayaan boqadhu! Ni boqatte jedhu Dhugaadhaa? Abbaa Lataa Amanuu dadhabee Lammiin si gaafata! Diraamaamoo fiilmii Akkamiin amanna? Ciistee hafte jedhu Dhibee si mudate Mee eenyuun gaafanna!? Saba si jaallatuuf Maa Garaa jabaatte? Halkan dukkanumaan Kan deemtee fagaatte! Nama...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 5


Baayyeen Gaabbe Maammee Koo!


5 Comments
 18 Oct 2015   Kan maxxanse Naa'ol

Baayyeen Gaabbe Maammee Koo! "Hima didduun du'a hin didduu" jedhan. Ayiii!! Yeroo sana nattii hin fakkaanne gorsa hedduu karaa hundumaan osoo na gorsituu osoo nawaliin boossu osoo atii maraattu osoo wayaa kee baafatte gattee har'uma akka nama du'eet gadda siif taa'e. "Wa'ee kee fixadhee atii gorsa...

Guutu dubbisi →
27 votes, average: 3.30 out of 527 votes, average: 3.30 out of 527 votes, average: 3.30 out of 527 votes, average: 3.30 out of 527 votes, average: 3.30 out of 5


Nan Jeeqiin Sin Barbaadu!


12 Comments
 25 Aug 2015   Kan maxxanse Naa'ol

Nan Jeeqiin Sin Barbaadu! - Xalayaa Jaalalaa Namnii yeroo wal jaalatee bultii ijaaratee bultii isaa diige qophaa qophaa jiraatu akkamiin waan akkasii raawwata jedhee namattii murteessaa ture. Hardha garuu anumtii mataan koo sirraa gargar bahee qopha koo jiraachu eegale. Wantii namaan jedhan nama...

Guutu dubbisi →
9 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 5


1234



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa