• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Articles posted by Naa'ol (Page 2)

Barruu Darban

Warri Qubee Fide Warra Qubee Hudheen Bakka Bu’e


3 Comments
 12 Mar 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Warri Qubee Fide Warra Qubee Hudheen Bakka Bu’e ~Simarsan Sabni tokko saba guutuu ta’ee jiraachuuf waan hedduutu isa barbaachisa. Fakkeenyaaf,akka Sabaatti sabni tokko Afaan mataasaa kan dubbatu qabaachuu qaba. Afaan qabaachuu qofa osoo hin taane Afaansaa sana guddisuu fi gara Afaan hojii,barnootaa,qorannoo...

Guutu dubbisi →
8 votes, average: 3.88 out of 58 votes, average: 3.88 out of 58 votes, average: 3.88 out of 58 votes, average: 3.88 out of 58 votes, average: 3.88 out of 5


“Jaalala Laga nan Ceesifne Siwaliin Eegaleen Bishaan na Nyaate!”


2 Comments
 27 Feb 2017   Kan maxxanse Naa'ol

"Jaalala Laga nan Ceesifne Siwaliin Eegaleen Bishaan na Nyaate!" "Laftii abdatan sanyii nyaata, namnii abdatan waada nyaata" jedha mitii ree Oromoon. Wa'ee kee dubbii nan dhiisa yoon jedhu, sammuun koo na dirqisiisa. Kan atii narrattii raawwatte yoomuma keessa kooti hin badu. Godaanisa sammuu koo kan dhiba...

Guutu dubbisi →
17 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 517 votes, average: 4.24 out of 5


Kaleessa Anatu Boo’e Har’a Situ Boo’a!!


7 Comments
 19 Feb 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Kaleessa natu boo'e har'a situ boo'a Maal haa godhu? Akka kee osoo hin ta'in akka Waaqa laale nagaan yoon eegale naa wayya. Akkam jirta? Nagaa keeti? Gocha atii narratti raawwatte yoon laale, waa'e kee mitii maqaa kee dha'uyyu baayye naqaanessa! Tari, ati maal akka nagoote hin dhagatta ta'a. Kanaaf...

Guutu dubbisi →
15 votes, average: 3.13 out of 515 votes, average: 3.13 out of 515 votes, average: 3.13 out of 515 votes, average: 3.13 out of 515 votes, average: 3.13 out of 5


Ilmoo Naratti Gattee Biyyaa Alaa Deemte


0 Comment
 30 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Ilmoo Kee narratti gattee deemte Akkam naaf jirta? Jireenyi badhaadha? Rabbiif galata guddaa haa ta'uti nagaan koo jira. Seena jaalala miyaawa keessa waliin dabarsine hardha maal dhageesse yaadan deddeebite garaa koo nabooresituus obseeto jiraachurra kan hafee anii nagaa kooti. Hawaa jaalala dhugaa...

Guutu dubbisi →
7 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 57 votes, average: 2.71 out of 5


Faayidaa Waa Dubbisuu – Beekan Gulummaa Irraanaa-tiin


2 Comments
 23 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

FAAYIDAA DUBBISUU!! ~Beekaan Gulummaa Irraanaa “Inni ‘Maannew’ jennaan Ani maal inniin jedhe Afaan keenya waldhabe Akka qadaada qabee”… .....jedha uummanni naannoon ani itti dhaladhee yeroo Nafxanyaa naannoosaa qubatte qeequ... Yaa Uummata Oromoo, har’a waanan dubbisaa ooleef faayidaan...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 53 votes, average: 3.67 out of 5


Sii Hinaafsisuuf kan Biraa Jaaladhee


2 Comments
 22 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Dhiifama naa godhii Mangee koo Akkam fayyaa jirta? Nagaa keeti? Jaalallee koo kan akka lubbuu kootitti sijaaladhu Mangistuu dhaaf. Mangee koo, jaalallee koo yeroon sin jedhuu sitti hin bitaacha'iin. Ani har'as baayyen sijaaladha. Akkamitti najaalatta nan hin jedhiin. Kun sammuu koo na dhukkubsa. Mangee...

Guutu dubbisi →
14 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 514 votes, average: 3.00 out of 5


Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! – Xalayaa Jaalalaa


8 Comments
 09 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Sababaa Jaalala Keetiif Barnoota Koo Dhiisuufi! Addunyaan ganna tokko taate jedhame waa'e globalisation fi lafa fageenya technology weeyta ka'u, yaada koo kalamaan waraqaa irratti tarreesse siif barreessun sodaadhe. "Maal isheen? hin qaroomtu?" jettee waan yaaddu natti fakkaata waan tureef. Hardha garuu,...

Guutu dubbisi →
27 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 527 votes, average: 3.15 out of 5


Diraama Dheebuu Rarra’e Hafee Jira


0 Comment
 01 Jan 2017   Kan maxxanse Naa'ol

Diraama Dheebuu Kutaa 81ffaa hin jiru! Diraama Dheebuu televishiini Oromiyaa irra kan darbaa ture torbaan darbe kutaa 80ffaa irratti xumuramuunsaa dhaabbatni Raadiyoo fi Televishiini Oromiyaa nuuf gabaasaniiru. Diraama Dheebuu Yaadannoo taatee jirti jechuu dhan televishiina irratti dabarsanii turan....

Guutu dubbisi →
39 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 539 votes, average: 3.00 out of 5


Diraama Dheebuu – Kutaa Haaraa


15 Comments
 31 Dec 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Diraama Dheebuu Diraama Dheebuu televishiina Oromiyaa kan isiniif darbuu dha. Diraama Dheebuu guyaa sanbataa sa'ati 8:00WB kan isiniif tamsaa'u yoo ta'u, warri carraa televishiina irratti argachuu hin dandeenye fuula marsariiti keenya, Xalayaa.com irratti argachuu dandeettan. Barreessaa Diraama Dheebuu: Qalbeessa...

Guutu dubbisi →
127 votes, average: 2.83 out of 5127 votes, average: 2.83 out of 5127 votes, average: 2.83 out of 5127 votes, average: 2.83 out of 5127 votes, average: 2.83 out of 5


“Sababaa Afaan Arabaa Dubbadheef Xayyaara irra Nabuusani” – Adem Saleh


0 Comment
 23 Dec 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Adem Saleh Sababaa Araba ta'eef Xayyaararra buufame Yoona hundumtu keessan Oduu kana gurra isiin bu'u hin oolu. Nama maqaansaa Adem Saleh jedhamu dhalootan lammii biyyaa Ameerikaa dha. Ogummaa dhan ummata toora YouTube isaatin isa hordofu bohaarsu fi kolfisiisun beekama. Hojiiwwansaa keessa inni...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 2.75 out of 54 votes, average: 2.75 out of 54 votes, average: 2.75 out of 54 votes, average: 2.75 out of 54 votes, average: 2.75 out of 5


123456789



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa