• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Articles posted by Naa'ol (Page 5)

Barruu Darban

Dr. Gurmeessaa – Turtii Walqunnamtii Saalaa Akkamitti Dheeressu Danda’u?


38 Comments
 14 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Akkamiin turtii walqunnaamtii saalaa dheeressuu danda'uu? Wantoota dafanii xumuruu hin barbaadamne keessa inni tokko walqunnamtii saalaa dha. Keessattu waarra dhiiraf walqunnamtii saalaa turtii gabaaba qabaachuun qaani ta'u danda'a. Haadha manasaani yookan jaalalleesaani gammachiisuf turtii yeroo dheera...

Guutu dubbisi →
232 votes, average: 3.20 out of 5232 votes, average: 3.20 out of 5232 votes, average: 3.20 out of 5232 votes, average: 3.20 out of 5232 votes, average: 3.20 out of 5


Jireenya Koo Hin Diigin! Nama Lama al Takka Jaalachuu Hin Danda’u!


3 Comments
 13 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Jireenya koo hin diigiin! Nagaan koo lafuma ati jirtuttii sii haa ga'u. "Nagaan koo bakkuma atii jirtuttii sii haa ga'u", yeroon sin jedhu jaalalaf kabajaa siif qabu siif ibsuu osoon taane, nama maraafu waan anii nagaa hawwuuf an nagaa siif hawwee. Akkam jirta sin jechuu hin barbaaduu!! Yeroo mara bilbiltee...

Guutu dubbisi →
6 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 56 votes, average: 2.67 out of 5


Dhugaatiin Miriindaa Itiyoophiyaa Keessatti Nama Ajjeese!!


1 Comment
 07 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Dhugaatiin Miriindaa Itiyoophiyaa keessatti nama ajjeese! Dhugaatiin lallaafaa Miriindaa, Itiyoophiyaa keessaa namoota 12 akka du'aniif sababa ta'eera. Namoota du'an kana keessaa namni 4 Eegumsa Fayya Hawaasaa irraa yommuu ta'an kanneen hafan 8 Magaalaa Finfinnee Hospitaala Zawudituu...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12 Addan Citeera


1 Comment
 30 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Qormaatni Biyyoolessaa Addan Citeera! Qormaatni biyyoolessa kutaa 12 addaan cituunsaa biiroo Ministera Barnoota Biyyoolessaa ibsanii jiru. Qormaanni torbaan kana raawwatamuuf kan karoorfame yoo ta'u, guyyaa har'a dirqii dhan akka addaan dhaabbatu taasifameera. Guyyaa kaleessaa, marsaalee Interneeta...

Guutu dubbisi →
38 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 5


Dr. Dhinsa Yonas – MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI?


0 Comment
 28 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

MIIDHAAN DHAQNA QABAA DUBARAA FIDU MAALI? Dhaqna qabaan mucaa dubaraa irratti raawwatu hundinuu miidhaa malee bu’aa tokko illee hin qabu. Dhaabbatni fayyaa addunyaas (WHO) kanuma sababeeffachuun, dhaqna qabaa dubaraa garee 4 (afur) tti hiree lafa kaa’un balaaleffata. Miidhaa akkuma dhaqna qabaan...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 516 votes, average: 2.94 out of 5


Waan Jimaan Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone!


5 Comments
 25 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Waan Jimaa Na Godhe Qottoon Muka Hin Goone! Ani maqaan koo Jamaal Abbaa Waajjiin jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe Godina Iluu Abbaa Booraa, Aaanaa Baddaalleetti yommuu ta’u baadiyyaasaa keessa gara daqiiqaa 30 kan deemsisu ganda Qotee Bulaa xiqqoo tokko keessatti. Egaa mana barnootaa koos kan sadarkaa...

Guutu dubbisi →
5 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 55 votes, average: 3.20 out of 5


Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan


0 Comment
 24 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan Aaddee Foolii Gorbaa bara 1915 A.L.A (1907 A.L.H) Oromiyaa, Shawaa Lixaa aana Meetaa Roobii ganda Gileetti kan dhalatani dha. Maatii isaani keessatti Aadde Fooliin daa'ima takkitti qofa kan turtee dha. Ijoolummasaaniin ganduma Gileetti kan guddatan...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Hiyyummaan Abaarsa Miti! – Seenaa Dhugaa


3 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Hiyyummaan Abaarsa Miti! (Seenaa kana otoo hin dubbisne bira hin darbiin) ~ Odaa Gurree-tiin Ani xinnumaadhaa kaasee lafa bal’aa malee jiruu fi jireenya bal’aa hin agarre. Dhugaasaa dubbachuuf haatii fi abbaan koo waan isaanitti hafe hin jiru.Hojii guyyaas ta’u hojjetanii waan afaanitti...

Guutu dubbisi →
3 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 53 votes, average: 4.33 out of 5


Dr. Gurmeessaa – Dhukkuba Kalee Maali dha? Akkamitti Yaalama?


9 Comments
 23 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Dhukkuba Kalee - Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa Dhukkuba kalee yoo jennu dhukkuboonni kalee hedduun kan ka’umsaan, mallattoon, yaalaanis wal hin fakkaanne hedduun waan jiraniif altokkotti hunda ibsuun hin danda’amu. Kanaaf dabaree dabareedhaan akkan isin biraan ga’u hin shakku. Har’aaf garuu kanan...

Guutu dubbisi →
21 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 521 votes, average: 2.86 out of 5


Xalayaa Facebook ‘Tiin – Lataa Qana’ii Aaga-tiin


3 Comments
 22 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Xalayaa Facebook 'tiin ~ Lataa Qana'ii Aaga   Haaga'u nagaan koo jaalalaafi kabajaa kan yeroo hunda laphee koo keessa 'online' jirtu jaalallee koof. Erga jaalalli kee na keessatti 'account' banatee kaasee waa'eedhuma keen yaada. 'Logout' godhee jaalala kee keessaa ba'uuf yaaliin ani taasise...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 52 votes, average: 4.00 out of 5


123456789



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa