• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Articles posted by Naa'ol (Page 9)

Barruu Darban

Seenaa Mohammed Husseen Al Amoud


4 Comments
 07 Feb 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Seenaa Mohammed Husseen Al Amoudi Gur 07, 2016 Maqaansaa Mohammed Hussein Al Amoudi jedhama. Abbansaa Hajj Husseein Al Amoudi fi Haatii isaa aadde Weyzeero Ruqiyaa Mohammed Yaassin jedhaman. Abbaansa araba lammii Saudi Arabiyaa yemmuu ta’uu haati immo Habashaa lammii Itoophiyaa dha. Abbaansaa...

Guutu dubbisi →
4 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 54 votes, average: 4.00 out of 5


Baayyeen Gaabbe Maammee Koo!


5 Comments
 18 Oct 2015   Kan maxxanse Naa'ol

Baayyeen Gaabbe Maammee Koo! "Hima didduun du'a hin didduu" jedhan. Ayiii!! Yeroo sana nattii hin fakkaanne gorsa hedduu karaa hundumaan osoo na gorsituu osoo nawaliin boossu osoo atii maraattu osoo wayaa kee baafatte gattee har'uma akka nama du'eet gadda siif taa'e. "Wa'ee kee fixadhee atii gorsa...

Guutu dubbisi →
28 votes, average: 3.29 out of 528 votes, average: 3.29 out of 528 votes, average: 3.29 out of 528 votes, average: 3.29 out of 528 votes, average: 3.29 out of 5


Nan Jeeqiin Sin Barbaadu!


12 Comments
 25 Aug 2015   Kan maxxanse Naa'ol

Nan Jeeqiin Sin Barbaadu! - Xalayaa Jaalalaa Namnii yeroo wal jaalatee bultii ijaaratee bultii isaa diige qophaa qophaa jiraatu akkamiin waan akkasii raawwata jedhee namattii murteessaa ture. Hardha garuu anumtii mataan koo sirraa gargar bahee qopha koo jiraachu eegale. Wantii namaan jedhan nama...

Guutu dubbisi →
9 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 59 votes, average: 4.11 out of 5


123456789



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa