• Diraama Dheebuu
  • About Us
  • Nuqunnami

Afaan Oromo | English | Amharic

  • Fuula
  • Oduu fi Yaada
  • Xalayaa Jaalalaa
  • Seenaa fi Aada
  • Walaloo fi Afoola
  • Fayyaa
  • Diraama
  • Nuqunnama

Gulaanta

Yaalii Ajjeechaa Dr. Abiy Ahmad irratti yaalame.

Burqaa Imimmaan Koo

Facebook Dhaan Wal Barree Wal Jaalanne - Xalayaa Jaalalaa

Obboleettii haadha mana kootii ulfeesse

Alamuddiin malamaltummaan mootummaa Saudi Arabiyaatin hidhame

[Oduu Amma Nu Ga'e] Obbo. Baqqalaa Garbaa Wabiidhan Gadii Lakkifamuufi!

Oduu Amma Nu Ga'e: Abbaa Duulaa Gammadaa Fedhiisaatiin Aangoo Gadii Lakkisee


Home / Archive by category "Oduu fi Yaada dhuunfa" (Page 3)

Oduu fi Yaada dhuunfa

Dhugaatiin Miriindaa Itiyoophiyaa Keessatti Nama Ajjeese!!


1 Comment
 07 Jun 2016   Kan maxxanse Naa'ol

  Dhugaatiin Miriindaa Itiyoophiyaa keessatti nama ajjeese! Dhugaatiin lallaafaa Miriindaa, Itiyoophiyaa keessaa namoota 12 akka du'aniif sababa ta'eera. Namoota du'an kana keessaa namni 4 Eegumsa Fayya Hawaasaa irraa yommuu ta'an kanneen hafan 8 Magaalaa Finfinnee Hospitaala Zawudituu...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12 Addan Citeera


1 Comment
 30 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Qormaatni Biyyoolessaa Addan Citeera! Qormaatni biyyoolessa kutaa 12 addaan cituunsaa biiroo Ministera Barnoota Biyyoolessaa ibsanii jiru. Qormaanni torbaan kana raawwatamuuf kan karoorfame yoo ta'u, guyyaa har'a dirqii dhan akka addaan dhaabbatu taasifameera. Guyyaa kaleessaa, marsaalee Interneeta...

Guutu dubbisi →
38 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 538 votes, average: 3.11 out of 5


Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan


0 Comment
 24 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Haati Goota Oromoo, Aaddee Foolii Gorbaa Lubbuun Boqatan Aaddee Foolii Gorbaa bara 1915 A.L.A (1907 A.L.H) Oromiyaa, Shawaa Lixaa aana Meetaa Roobii ganda Gileetti kan dhalatani dha. Maatii isaani keessatti Aadde Fooliin daa'ima takkitti qofa kan turtee dha. Ijoolummasaaniin ganduma Gileetti kan guddatan...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


Filmoota Afaan Oromoo Ukkaamfamee Hafuu Hin Qabuu


2 Comments
 16 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Filmii Raawwii Ukkaamfamee Hafuu Hin Qabuu Gammadaa Olaanaatin Filmii Raawwii jedhamu bara 2008 haa hojjetamuyyuu namoota hedduu birattii kan hin ilaalamne ta'usaa diqisiifatoota Artii fi Filmii Afaan Oromoo komiisaani dhiheessan. Bara 2008 hojjetamee agarsiisaaf kan oole yoo ta'u, mana agarsiisa...

Guutu dubbisi →
16 votes, average: 2.81 out of 516 votes, average: 2.81 out of 516 votes, average: 2.81 out of 516 votes, average: 2.81 out of 516 votes, average: 2.81 out of 5


Siidaa Obbo. Admaasuu Biraanuu Magaala Finfinneetti Haala Hoo’an Ebbifamee!


2 Comments
 15 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Siidaa Yaadannoo Obbo. Admaasuu Magarsaa Magaala Finfinneetti ebbifamee! Artisti Admaasuu Birihaanuu Magarsaa (Abbaa Lataa) Bara 1956ttii Oromiyaa dhihaa, godina Wallaggaa Lixaa, ganda Qumbii jedhamutti dhalatan. Artistii Admaasuu bara 1968 irraa eegalee hojii aartii keessa kan ture yemmu ta'u, ogummaasaa...

Guutu dubbisi →
9 votes, average: 4.00 out of 59 votes, average: 4.00 out of 59 votes, average: 4.00 out of 59 votes, average: 4.00 out of 59 votes, average: 4.00 out of 5


Oromoon Jabinasaa Beekuu Qaba! – Yaada Dhuunfaa Abdii Fiixe


2 Comments
 09 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Oromoon Jabinasaa Beekuu Qaba! Abdii Fiixeetin Namichatu karaa deema. Arba argee dhaabbate. Arbi sun Funyoo/Haada xiqqoo haphiidhaan hidhamee ijaajja. Namtichi baayyee ajaa'ibame. Bineensi amma Arbaa guddatu funyoo/haada xiqqoo tokkoon hidhamee ijaajjuun waan raajiiti. Sibiila miti, cancala miti....

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 52 votes, average: 4.50 out of 5


[Breaking News] – Jawar Mohammed Hin Danda’amu!


15 Comments
 02 May 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Obbo. Jawar Mohammed akka hin danda'amne Abay Tsehayeetti agarsiise Ji'a afuriin dura shira mootummaan Itoophiyaa xaxameen televishiini OMN qilleensarra ugguramee ture. Odeefannoo wayiitawaa Oromiyaa fi biyoota adunyaa waliin akka hin dhaqabsiisne yaalamus ummatni Oromoo Fincila  Xumura Garbummaa(FXG)...

Guutu dubbisi →
87 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 587 votes, average: 3.36 out of 5


Dubbiin Lafaa Dubbii Lafeetii Eenyuutu Walirraa Hafaa?


0 Comment
 24 Apr 2016   Kan maxxanse Naa'ol

Walee Haara!! Weellisaa Kamaal Ibrahiim fi Shukrii Jamaal.

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 52 votes, average: 3.00 out of 5


ትግራይ እስክትለማ – ኦሮሚያ ትድማ!


0 Comment
 27 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

By: የየበ ሸነን ይሄ ነው አደገኛው ጨዋታ፤ ኅጎስ አስኪለማ አስር ኦሮሞ ይድማ የሚለው። በግልጽ አማርኛ ቶላ ከነቤተሰቦቹ (ማለትም ከነሚስቱ አያቱና ስድስት ልጆቹ) ለኅጎስ ብልጽግና መሬቱንና...

Guutu dubbisi →
0 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 50 votes, average: 0.00 out of 5


ኦሮሚያ የኦሮሞ ናት! – Xalayaa Amharic


1 Comment
 26 Mar 2016   Kan maxxanse Naa'ol

By:የየበ ሸነን አዋን! ኦሮሚያ የኦሮሞ ናት! እና ምን ይጠበስ? ወዳጆቼ ወይ! ምንም የሚጠበስ ነገር አንጠብቅም። ግን መርሳት የለለባችሁ ነገር ቢኖር እናንተው ራሳችሁ እየተጠበሳችሁ መሆኑን...

Guutu dubbisi →
2 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 52 votes, average: 3.50 out of 5


1234



Copyright Xalayaa © 2015-2025 Web Design by Naa'ol Abba-Firrisa